Konbe show

Konbe show

Share

08/05/2026

Galii har'aati (dol*ra 280

Hojii tuffachuun nama baay'ee hiyyoomase. Kottaa hojjedha!

Ibsa kana irra deebiin isiniif maxxanse!👇👇👇👇👇👇
Hojii online ani beeksisaa jiru maali?

Nagaan Rabbib bakka jirtanitti isiniif haata'u. Akkam jirtu? Hojiin itti jiru hojii daboon hojjetamuudha. Kuni kaleessayyuu ummata keenya biratti daboo walwaamanii hojjechuun beekamaadha. Hawaasi keenya baadiyaa jiraatus daboo, daadoo, jigii... walwaamtee waliin hojjeta!.TOKKUMMAA!

Isuma kanatu ammayyoomee 'social network' tahee dhufe. Namni baayyeen 'social midea' beeka. Achi keessa taa'ee nama arrabsaa oola! Kaanimmoo nama dhuunfaaf tap tap godhaa oola. Garuu, achii galee agabuu buluu mala. Sababnisaa, amalli 'social midea' odeeffannoo waljijjiiruu olitti nama baayyeef madda dinagdee miti. Namoonni muraasni beeksisa irratti hojjetanii qarshii argachuu danda'u. Ta'us galiin argamu sun, argamuu isaanii barbaada. Isaan seenii yoo beeksisa hojjetan malee qarshiin hinjiru. Kanaaf galiin suni ammuma namni sun jirutti jira. Qaxaramanii hojjechuu waliin tokkuma!

'Social network' keessatti garuu galiin bakka ati hinjirrettis nijira. Sababnisaa, dursa itti dadhabdee ijaarta. Akkuma 'network'kee hojjetetti komishinii argachaa deenta. Hojiin akkasii biyya keenyatti baramaa miti. Addunyaa irratti garuu miliyenotatu miliyenera ittiin tahe.

Ummanni biyya kanaas 'mindset' isaa hojii akkasii hinqabu. Kanaaf gaafa kana dhagahu sodaa adda addaa keessa gala. Inni kaan akka waan hojii hafuuraa taheetti yaada. Inni kaan lakkoofsa 6*6*7 tarreessee sodaasaa ibsata. Ta'us, hojiin hojiidha! Amantaan kan biraati. Namni Kitaaba qulqulluus tahe Quraana beeku kana adda baasee nihubata jedheen yaada.

Fakkeenyaaf, hojiin ani beeksisuufi galii irraa argadhu 'coin traing' hojjeta. Kaffaltii tokko osoo hinkaffalin karaa shan hojjettee coin argatta. Coin argatte sanaanis gabaa keessaa bittee gurgurtutu jira. Gabaan suni dijitaalawaadha. Gift vertual ta'e bittee namatti gurgurta. Profit ati argattu immoo point ta

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Seenaa Rirmi Hiin Nyaatu
Addis Ababa