Teshale Tesgera
Teshale Tesgera Ags
08/05/2026
Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu!
Yeroon kadhata koo keessatti maqaa kee dha'u hundumaatti Waaqayyo koo nan galateeffadha.
Filemon 1:3-4
07/05/2026
Waaqayyo haala gadi sii nuti garuu haala harraa sijiraachisa