Ahmed Siraj

Ahmed Siraj

Share

Addunyaa Dabni
Irratti Ija Baase
Kana Keessatti
Maaliifan
Miidhamee
Jechuun Mataan
Isaa Miidhaa
Qaba Addaan faca'uu moo
akka keenya kalee
Tokkummaa'uuf deema?

20/02/2026

🌙 Ramadaana Keessaa! ✨
🤲 Ibaadaa, Qalbii fi Hojii Gaarii Jabeessi

💫 Ibaadaa Cimsuu

Salaata shanan sirnaan salaatuu

Qur’aana baay’inaan qara’uu, hiika isaa hubachuuf yaaluu

Du’aa’iidhaan Rabbii kadhachuu

Salaata Taraawiih irratti hirmaachuu

❤️ Akhlaaqa Gaarii Hordofuu

Nama hundaaf obsa fi kabaja qabaachuu

Dubbiin badaa fi arrabsoo irraa of qusachuu

Sadaqaa fi Zakaata kennuu, hiyyeeyyii gargaaruu

Nama biraa gammachiisuun ajrii guddaa argamsiisa

🕊️ Qalbii Qulqulleessuu

Nama waliin araaramuu

Hasada fi jibba qalbii keessaa baasuu

Yaada gaarii fi hojii gaarii irratti xiyyeeffachuu

✅ Xumura:

Ji’ni soomaana yeroo ittii — amantii jabeessan, qalbii qulqulleessan, hojii gaarii baay’isan.
Namni ji’a kana sirnaan fayyadame, bu’aa guddaa addunyaa fi aakhiraatti argata.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

http://youtube.com/asusmael

Address

Boole
Addis Ababa
1000