Sheger Media Network
Humni jaalalaa injifataadha 💙❤️💙
11/07/2026
አባላት ላይ የደረሰውን አሳዛኝ የምግብ መመረዝ
======================
በምግብ መመረዝ ህይወታቸው ያለፉ የአርሚ 26 አባላት አስክሬን ለቤተሰቦቻቸው እንዳይሰጥ ታዘዘ!!!
የህወሀት የጦር ክንፍ የሆነው አርሚ 26 አባላት ላይ የደረሰውን አሳዛኝ የምግብ መመረዝ ተከትሎ የሰራዊቱ አመራር የሟቾችን አስክሬን ለቤተሰቦቻቸው መስጠት መከልከሉ በሰራዊቱ አባላት እና በአካባቢው ነዋሪዎች ዘንድ ከፍተኛ ቁጣና ውዝግብ አስነስቷል።
ክስተቱ የህወሓት ወታደራዊ አመራሩ የደረሰውን አደጋ ለመሸፈን እየሞከረ ነው በሚል በሰፊው እየተነቀፈ ሲሆን፣ ለሰራዊቱ ክብር ሳይሆን ለፈፀሙት ወንጀል መሸፈኛነት የታገተው አስክሬን በሰራዊቱ ውስጥ የክህደት ስሜትና ጥልቅ ጥላቻን እንደዘራ ምንጮች ገልጸዋል።
የሟቾችን አስክሬን መከልከል በባህላዊ እሴቶችም ሆነ በሰብአዊ መብት አያያዝ መርሆዎች ተቀባይነት የሌለው በመሆኑ፣ ድርጊቱ በሰራዊቱ አባላት ዘንድ የህወሀት አመራር ለወታደሮቹ ህይወትም ሆነ ለክብራቸው ግድ የለውም የሚል ጠንካራ ስሜት ፈጥሯል።
ውሳኔው ከደረሰው የምግብ መመረዝ አሳዛኝ ክስተት ጋር ተዳምሮ፣ በሰራዊቱ ውስጥ ከፍተኛ መደናገጥን እና የድርጅቱ ከፍተኛ አመራሮች ላይ ያለውን እምነት የመሸርሸር አዝማሚያ ተስተውሏል።
በአሁኑ ወቅት አስክሬኑን ለማስለቀቅ እና የሟቾችን የቀብር ስነ-ስርዓት ለማከናወን ቤተሰቦችና የሰራዊቱ አባላት ከህወሀት ወታደራዊ አመራር ጋር ከፍተኛ ፍጥጫ ውስጥ መሆናቸው ታውቋል።
11/07/2026
Kooderoota Mil 5 irraa Gara Mil 7 tti
======================
fi Sagantaa leenjisuu waliin jalqaban namoota miiliyoona torbaan gahuuf akka ta’e ibsan
Finfinnee, Adoolessa 11, 2026: Sagantaan "Kooderoota Itoophiyaa Miiliyoona 5" yeroo eeggame asitti dursee waggaa dhihoo keessatti kaayyoo isaa isa jalqabaa ol hirmaattota qooda fudhachiisuu isaatiin walqabatee, Itoophiyaa fi Gamtaan Eemireetota Arabaa (UAE) inishaatiivicha gara hirmaattota miiliyoona torbaatti babal'isuu isaanii ifoomsan.
Ibsi ’f Iinisheetiivii kanarraa ergame akka mul'isutti, sagantichi hanga Waxabajjii 2026tti hirmaattota 5,005,146 galmeessisuu danda'eera. Haaluma kanaan, mootummoonni lamaan waggoota dhufaniif tumsa imala diijitaalaafi gahumsa ogummaa irratti taasisan cimsachuuf bakka dabalataa miiliyoona lama kennuuf murteessaniiru.
Miseensa sagantichaa ilaalchisee Mummichi Ministeeraa Abiy Ahmeed milkaa'ina kana: "Milkaa'ina addaa kutannoo Itoophiyaan cehumsa diijitaalaaf dhiyeessitu fi dargaggoota ogummaa gara fuulduraatiin gabbisuuf qabdu kan agarsiisudha," jechuun ibsaniiru.
"Hirmaannaan guddaan dargaggoota Itoophiyaa irraa mul'ate fi sagantichi kaayyoo isaa yeroo kaa'ame malee dursee milkeessuun isaa, kootaa haaraa miiliyoona dabalataa dhiyeessuudhaan inishaatiivicha babal'isuuf kakaumsa haaraa uumeera," jedhan.
Ministeerri Dhimma Kaabinee Imiraata Arabiyaa Gamtoomte Moohammed Abdullaah Al Gergaawii gama isaaniitiin, babal'inni kun tumsa mootummoota lamaan gidduu jiru kanaan dargaggoota ogummaa diijitaalaatiin leenqisuu fi cehumsa diijitaalaa deeggaruuf milkaa'ina argame kan tursiisudha jechuun ibsan.
Inishaatiiviin kun jalqaba Adoolessa 2024 keessa tumsa "wal jijjiarraa beekumsaa" mootummoota Itoophiyaa fi UAE gidduutti taasifameen, leenjii ogummaa diijitaalaa dhiyeessuu fi carraawwan dinagdee diijitaalaa babal'isuuf kaayyeffatamee kan eegalchiifame dha.
Yaadannoowwan bara 1990 mootaa
የ1990ዎቹ ትዝታ
Click here to claim your Sponsored Listing.