Oromian EMT Association
Waal taane mirgaa keenya falmaanna lammii keenyaafis hojjeenna Ambulance
24/12/2024
Nagaan waqayyoo sif yaa tahuu jechaa ogeesonii keenyaa EMT bakkaf lafaa jirtanittii waqayyoo nagaa sinf yaa kennuu
balaa akkaa tasa sin yaa olchuu
Akkaa tasaa tahee obboleesaa kenyaa soboqaa waqayyoo isaa olcheeraa wan taheef xiqqoo midhamee jiraa amma gara finfinnee hospital abet galee waan jiruuf bektuu wana ta,eef
akkaa ittiin yalamuf hammaa humnaa keesanii akkaa obboleesaa kenyaa bukee dhabbatan sinin jechun jalaadhaa
account isaa
Kunootti ✓=1000255270838
Saboka Tamire Abera
Ogeessi EMT Obbolleessa keenya Saboqa Tamire gargaruu barbaadan Namonni inni walin turee hundinuu boqotaani inni lubbu hafeera garuu yeroo amma rifeeri ta'ee hospitala abeet waan jiruuf cinaa hadhaabannu isinif jedha .
23/12/2024
Balaa tiraafikaan deessuu fi maatii deessuu dabalatee lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Godinaa Shawaa Kaabaa Aanaa Waacaaleetti Balaa tiraafikaa mudateen deessuu fi maatii deessuu dabalatee lubbuun namoota afurii darbe.
Balichi Aanaa Waacaalee bakka addaa Riqicha Dubar jedhamuttii Konkolaataan Siinoo FSR jedhamuu ‘fireeniin’ cituun Ambulaansii Deessuu Magaalaa Muka xurrii irraa gara Finfinneetti geessaa jirtuu duubarraan rukutee riqichaarraa darbuun kan mudate ta’uu Ogeessi Kutaa Odeeffannoo Waajjiraa Poolisii Aanaa Waacaalee Saajiin Abdoo Aliyyii Faanaa Dijitaaliif ibsaniiru.
Balichaan deessuu da’umsaaf hospitaala biraatti geeffamaa jirtu, abbaa warraa deessuu, Haadha deessuu fi konkolachisaan Ambulaansii lubbuu darbuun eerameera.
06/11/2022
EMT level 3 Bulchisaa Magaala caancoo fi Konkolachisaa Ambulaansii 🚑🚑🚑🚑🚑🚑🚑 barbaada Jira jijjiraa keessa yaala 🚑🚑🚑🚑🚑 kan barbaadan
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa