Abbaa Jabal
Jebel Bright Travel Imalli Fagoon Aakiraadha
26/08/2024
# Qabsoon lubbuu ufiitti qabsaawan afuri:
💧Tokkoffaan: qaceelloo fi Diinii sirrii baratuurratti itti qabsaawuudha.
💧 2 ffaan: Eega baratee itti hojjatuurratti itti qabsaawuudha. Yoo itti hin hojjatin barnoonni hojii malee yoo Isa rakkisuu baatellee Isa hin fayyadu.
💧3ffaan: Diinii sanitti yaamuufi waan barate barsiisuurratti itti qabsaawuudha. Yoo akkas hin taane warra beekkomsa Rabbiin buuse dhokserraa taha.
💧4ffaan: Rakkina gara Rabbiitti yaamuu keeysatti isarra gayu, arraba namootarraa isarra gayurratti akka obsitu itti qabsaawuudha.
Imaamu Ibnulqayyimtu dubbate
Kiiloo 4
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa