3B Advertising

3B Advertising

Share

Thank you ❤️😘

07/04/2026

ከግማሽ ክፍለ ዘመን በላይ ኢትዮጵያን በዲፕሎማሲው መስክ ያገለገሉት አምባሳደር ቆንጂት ሥነ ጊዮርጊስ በማረፋቸው የተሰማኝን ኀዘን ለመግለጽ እወዳለሁ።

አምባሳደር ቆንጂት ከልጅነት እስከ ዕውቀት ኢትዮጵያን በዲፕሎማትነት በማገልገል፣ ከአምባሳደር ዮዲት እምሩ ቀጥለው ሁለተኛዋ ሴት የኢትዮጵያ አምባሳደር ናቸው። ለሕግ፣ ለአሠራር፣ ለፕሮቶኮል እና ለኢትዮጵያ ጥቅሞች በነበራቸው የጸና አቋም እናስታውሳቸዋለን። ከእርሳቸው በኋላ አያሌ ሴት ዲፕሎማቶች በመስኩ እንዲሠማሩ መንገዱን አስፍተዋል።

ለቤተሰቦቻቸው፣ ለሥራ ባልደረቦቻቸው እና ለመላ ኢትዮጵያውያን መጽናናት እመኛለሁ።

Jaarraa walakkaa oliif Itoophiyaa damee dippiloomaasiitiin kan tajaajilan Ambaasaaddar Qoonjiit Sinegiiyoorgiis lubbuudhaan boqochuusaaniiti gadda natti dhagahame ibsuun barbaada.

Ambaasaaddar Qoojiit ijoollummaadhaa kaasanii Itoophiyaa dippiloomaatii ta'uudhaan tajaajiluutti Ambaasaaddar Yoodiit Immiruutti aananii Ambaasaaddara dubartii isaan lammaffaa turani. Hejjennoosaanii cimaa seeraaf, hojimaataaf, pirotokooliidhaaf akkasumas bu'aawwan Itoophiyaatiif adeemsiisaa turaniin isaan yaadanna. Isaan booda dippiloomaatonni dubartootaa hedduun damichaatti akka bobba'an daandiisaa bal'isaniiru.

Maatiisaaniitiif, miiltoowwan hojiisaaniifi Itoophiyaanota hundaaf jajjabinan hawwa.

04/04/2026
Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa