Gadaa

Gadaa

Share

Bakka yaannee ga'u baannus akka yaannetti jirram....

Photos from Gadaa's post 10/12/2024

Amanuuf namatti ulfaata‼️😭💔😭💔
Jaalala dhugaaf safuudha!
Namni asii gaditti Hiriyaa isaa haammatee dhaabbatu Kun jedhama hiriyaan isaa Kun waggaa 4f kalee dhukkubsattee dhumarratti kaleen ishee Akka jijjiiramu itti himame, dhumarratti kaleema isaa kenneefii Akka isheen fayyitu taasise, kanaan booda fuudhee gaa'ilaa dhugaa waliin ijaarratan.

Garuu maal godha dubbiin garagaltoo ta'ee ajab nama jechisiisa😪
Seenaa kana🤔
Intalli dhibee kaleetiin dhukkubsattee kaleen ishee hojiin ala ta'e.
Akkuma ta'etti maallaqni karaa tiktok walitti qabamee kaleenshee jijjiiramuun dirqama ta'e.
Intalaaf kalee namni arjoomu garuu hin dhibe. (Haatishee umuriin waan deemeef, obboleessisheemmoo dhiibbaa dhiigaa olka'aa waan qabuuf kaleesaanii arjoomuufii hin dandeenye.)
Boodarra mucaan dhiiraa tokko kan tajaajila taaksii kan yeroosheen kaleeshee miiccisiifattu tola kennaafii ture dhimmicha keessa bara.
Mucaan kun kaleesaa intala du'uuf afaan boollaarra jirtuuf, shamarree tajaajila 'Ride' kenneefii wal baran kanaaf kennuudhaaf murteessa.
Isheenis maatiinshees garuu murtoosaa kana hin amanne turan.
Boodarra akkuma jedhe raawwate. Biyya Hindii deemanii kaleesaa arjoomeef.
Shamarrettiinis carraa yeroo lammaffaadhaaf deebi'anii jiraachuu argatte.
Utuu hin turin jaalalarraan kan ka'e bultii ijaarrattan.
Kaleessa garuu Mucaan gara laafessi kun, viidiyoo, ' an amma ishee wajjin hin jiru, na gantee jirti...daba narrratti raawwattee jirti' jechuudhaan as ba'ee viiidiyoo hojjetee gadi dhiise.
Waan jechaa nama dhowwata. Jarattiin nagaa dhabdeetti 😕

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

GADAA
Addis Ababa
16