YoursTech

YoursTech

Share

YoursTech – Innovate. Digitize. Grow

Website fi Aplication ni hojjanna, tajaajila gabaa dijitala fi AI ni kennina.

09/07/2026

videolee Ai qofa hojjachuun galii mataa keessanii argachuu barbaadduu? video kana hamma dhumaatti ilaalaa, namoota ni fayyada jettanii yaaddaniifis share godhaa

08/07/2026

Teeknolojiin GPS akkamitti hojjata? video guutuu asii ilaalaa

07/07/2026
06/07/2026

Ai bifa sirriin gfayyadamaa jirtuu? video kana ilaalaa

05/07/2026

humna teeknolojiiti moo maajikiidha? mee video kana dhageeffadhaa

04/07/2026

ogeessonni adda addaa carraa kanatti fayyadamaa!

Beeksisa Carraa Instructor/Barsiisaa Ta'uu.

YoursTech Academy LLC'n ogummaa fi muuxannoo keessan gara koorsii barnoota dijitaalaatti jijjiiruuf isin affeeraa jira!

Ogummaa keessan irratti muuxannoo waggaa 3 fi isaa ol qabaattanii, koorsii qulqullina qabu video, PDF, quiz fi shaakala qabatamaa of keessaa qabu qopheessuu yoo kan dandeessan ta'e, Course Partnership Program keenya keessatti hirmaachuu dandeessu.

Koorsiin keessan Website fi Mobile App YoursTech Academy irratti maxxanfamee, barattoota hedduu bira akka ga'u, beekumsa keessan akka qooddanii fi galii irraa akka argattan carraa isiniif uumneerra.

Dameewwan Instructor Itti Barbaachisan

1: Cyber Security

2: Finance & Accounting

3: Psychology of Self-Improvement/ Personal Development

4: C++ Programming Language

5: Adobe Photoshop

6: Forex Trading

Hubachiisa

Ogummaan keessan tarree armaan olitti yoo hin argamne illee, koorsiin qopheessuu barbaaddan hawaasaaf bu'aa qaba jechuun yoo amantan, koorsii kamuu qopheessuuf apply gochuu ni dandeessu. Yaadni gaariin kamiyyuu ni simatama.

πŸ“„ Wantoota Apply Gochuuf Barbaachisan

βœ”οΈ Ragaa ogummaa ykn ga'umsa keessan agarsiisu.

βœ”οΈ Fakkeenya hojii ykn project kana dura hojjeettan (Portfolio ykn Sample Work).

πŸ“§ Apply Gochuuf

Email: [email protected]

Mata duree Email keessanii irratti:
Application for Course Instructor – [Maqaa Course] jechuun barreessuun ergaa.

Beekumsi Keessan Namoota Kumaatamaaf Gahuu Danda'a.

Yoo barsiisuu jaallattan, ogummaa keessan dijitaalaan qooduuf yeroon isaa amma.

Carraa kuni akka isin hin darbine!

Namoota ogummaa kanneen qabaniif share godhaa ykn Tag godhaa biraan ga'aa!

04/07/2026

yeroo ammaatti dhaabbbanni kamuu nama ogummaa video editing qabu ni barbaada!
sababni isaas wantoonni hunduu gara digitalatti deebi'anii jiru, karaa dijitaalaatiin beeksisa ofii gaggeessuudhaaf dirqama video hojjachuu qabu, videon hojjatamu ammoo bareechanii edit gochuu barbaachisa, isa sana kan godhu ammoo nama ogummaa video editing qabuudha!

kanaaf ogummaa kana akka salphaatti hin ilaalinaa, har'uma galmaahaa barnoota keessan YoursTech Academy irraa eegalaa!
video editing barattanii video editor ta'uu barbaannaan ykn hojii keessaniif ogummaa kana horachuu barbaannaan barumsi kuni isiniif, kaffaltaa yeroo tokkootiin barnoota guutuu argattu.

ogummaa kana barachuu barbaannaan "Video Editing" jedhaa comment irratti nu beeksisaa, isin galmeessina!
haala barnoonni kuni itti kennamu Sabboontuu - Ai irraa dhageeffadhaa - waliifis qoodaa!

yeroo gaarii!

03/07/2026

seenaa kana irraa maal barattu?

02/07/2026

addunyaan waraqaa akkamii qabdaa irraa gara hojii akkamii hojjattee jirtaatti tarkaanfattee jirti! haalli qabatamaa hojmaata addunyaa kanaa jijjiiramee jira, waliin tarkaanfachuuf video kana irra dhaamsa jiru ilaalaa!

01/07/2026

Breaking News: Sponsor barattoota 60f! ulaagaa fi waan hundaa asirraa ilaalaaπŸ‘‡πŸ‘‡

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Addis Ababa
1000