Air Force Official
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Air Force Official, Grocers, Addis Ababa.
13/06/2026
**ዝምታዊ ብልጫ ይልሀል ይሄ ነው!!**
በርካታ ግዜያት የአለም መድረኮች ላይ የአሸናፊዎችና የተጽእኖ ፈጣሪዎች ተርታ በግንባር ቀደምትነት ሲመራ ይታወቃል!!
እነሆ ሰኔ 21 ደግሞ በሞሮኮ ማራኪሽ ላይ በሚካሄደዉ ታዋቂ አፍሪቃዉያን የአመራር እና ቢዝነስ ጉባኤ ላይ ዋና እጩ እንደሆነ ታውቋል፤
💪አንደበትን በቦታው መጠቀም!!
💪አስተሳሰብን ለበጎ አላማ ማዋል!!
💪ተግባር የሞላበት ንግግር!!
💪ጩኸትም የማያስቆመው፤ባዶ ተረክም ያልሸፍነው ድል ይልሀል ይሄ ነው!!
30/08/2025
Oomisha Guddisuun Hiyyummaa Seenaa Taasisa!
_______
Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Ball'ootti Kilaastara Qamadii Gannaa lafa hekt,8050 faca'ee jiru,haala abdachiisaan Misoomaati jira.Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomishaafi oomishtummaa daraan dabaluun karoora imala Badhaadhinaa akka biyyaatti eegalame milkeessuuf inisheetiviiwwaan hojiin oomisha Qamadiitti gabaa biyya alaaf dhiyeessuuf hojii bal'aa hojjechaa jira.
Caarraalee misoomaa jiran hundatti sirnaan fayyadamuudhaan humna oomishtummaa dabaluu fi hiyyummaa injifachuuf diinagdee dam daneessa sadarkaa hundatti mirkaneessuun murteessaadha.Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu fi badhaadhina maatii dhugoomsuuf sochii eegalameen bu’aa jajjabeessaan galmaahaa kan jiru yemmuu ta'u,Harargee Bahaa Malkaa ballootti tarkaanfiiwwan addaa bu’uura badhaadhinaa ta’an hojiirra oolchuudhaan karoora qabame milkeessuuf xiyyeeffannaan hojjatamaa jira.
Haaluma kanaan Hojii Hiyyummaa Seenaa taasisuuf hojjetamaa jiruun, Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Ball'ootti oomisha Qamadii milkeessuuf haala abdachiisaan hojjetamaa jira.
11/07/2025
Click here to claim your Sponsored Listing.