Oromia

Oromia

Share

𝐑𝐄𝐆𝐈𝐎𝐍 𝐨𝐫 𝐂𝐎𝐔𝐍𝐓𝐑𝐘 ✪

✅✅✅✅✅✅✅
✅✅✅✅✅✅✅
✅ Oromia Country ✅
✅✅✅✅✅✅✅
✅✅✅✅✅✅✅ Oromo Country - Oromia
aslo aims at promoting tourism across
Oromia.

12/06/2024

Heloo jechuun maali?
Namni kamuu yoo bilbila bilbilu ykn nagaya jechuufiis heloo jedha garuu heloo jechuun maqaa namaa ti malee nagayaa jechuu miti!
Heloo jechuun maqaa namaati.
Namni yeroo jalqabaatiif bilbila uume Giraam beel akkuma bilbila hojjatee xumureen haadha manaa isaa maqaa waamuuf jedhe Heloo jedhe maqaan haadha manaa isaa Margaareet Heloo jedhamti!kanaafuu yoomiyyuu akka maqaan si ka'uuf kan jalqabaa ta'i!
Fakkeenyaaf toophiyaatti bishaan jalqabaa saamsamee qophaaye highland jedhama kan sana booda baye hunduu Highland jedhamee hafe!
samunaan daakuu(harcee) akkuma OMO jedhame faa jechuudha!

Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Region
Addis Ababa