OTech Engineering and Technology Solutions PLC

OTech Engineering and Technology Solutions PLC

Share

A leading technology company committed to innovating and transforming businesses and governments with

30/05/2026

Wirtuun Kenna Tajaajilaa Iddoo Tokkoo Bulchiinsa Magaalaa Ambotti dhaabbata OTeek Injiinaringii fi Teeknooloojii Soolushiinii tiin hojjetame,

Photos from OTech Engineering and Technology Solutions PLC's post 29/05/2026

JOB VACANCY ANNOUNCEMENT

Photos from Information Technology Park Corporation - Ethiopia's post 28/05/2026
Photos from OTech Engineering and Technology Solutions PLC's post 27/05/2026

Amboo | Caamsaa 18, 2018

Magaalaa Ambo keessatti, Wirtuun Kenna Tajaajilaa Iddoo Tokkoo Bulchiinsa Magaalaa Ambo fi dhaabbata OTeek Injiinariingii fi Teeknooloojii Sooluushiiniitiin hojjatame bakka hoggantoonni mootummaa ol’aanoo fi keessummoonni kabajaa garaagaraa argamanitti sirnaan eebbifameera.

Hogganaan Olaanaa dhaabbata OTeek Injiinariingii fi Teeknooloojii Sooluushiinii Injinar Amansiisaa Darajjee ergaa isaanii keessatti akka jedhanitti, Wirtuun Kenna Tajaajilaa Iddoo Tokkoo Magaalaa Ambo keessatti hojii irra oole mootummaa gara dijiitaalaatti ceesisuu fi hawwaasaaf tajaajila saffisaa fi ammayyaa dhiyeessu keessatti shoora guddaa qabaachuu isaa ibsaniiru. Fuuldurattis mootummaa fi hawwaasaaf furmaata teeknooloojii ammayyaa kennuuf dhaabbanni OTeek kutannoodhaan hojjachuu akka itti fufu dubbataniiru.

Hojii tajaajila iddoo tokkoo kana keessatti dhaabbanni OTeek Injiinaariingii fi Teeknooloojii Sooluushiinii meeshaalee fi sirna teeknooloojii ammayyaa diriirsuun hojiiwwan garaagaraa raawwateera. Isaan keessaa:

Diriirsa neetwoorkii Intarpiraayizii (Enterprise Network Installation and Configuration)
Diriirsa CCTV Kaameraa (CCTV Camera Installation)
Diriirsa Counter Screen Installation
Diriirsa WiFi Installation
Diriirsa Digital Speaker Installation
Hojiiwwan kunneen hundi standardii teeknooloojii ammayyaa irratti hundaa’uun hojjetamanii tajaajilaaf akka oolan taasifamaniiru.

Saganticha irratti hoggantoonni mootummaa hojii OTeek Injiinaariingii fi Teeknooloojii Soolushiinii mootummaa ammayyeessu fi tajaajila dijiitaalaa babal’isu keessatti hojjataa jiru dinqisiifatanii, hojii mootummaa dijiitaalaa cimsuuf hojii akkanaa itti fufsiisuun barbaachisaa ta’uu isaanii ibsaniiru.

In Ambo, the One-Stop Service Center of the Ambo City Administration, developed in collaboration with OTech Engineering and Technology Solutions, was officially inaugurated in the presence of senior government officials and various honored guests.

In his message, the Chief Executive Officer of OTech Engineering and Technology Solutions, Engineer Amansisa Darajje, stated that the One-Stop Service Center launched in Ambo will play a significant role in transforming government operations into a digital system and in providing fast and modern services to the community. He also noted that OTech will continue to work with strong commitment to provide modern technological solutions for both the government and the public in the future.

As part of this one-stop service project, OTech Engineering and Technology Solutions carried out various tasks by deploying modern technological equipment and systems, including:

Enterprise Network Installation and Configuration
CCTV Camera Installation
Counter Screen Installation
WiFi Installation
Digital Speaker Installation

All of these works were completed based on modern technology standards and made ready for operational service delivery.

During the event, government officials praised the efforts of OTech Engineering and Technology Solutions in modernizing government institutions and expanding digital services. They emphasized that continuing such initiatives is important for strengthening digital government services.

Photos from OTech Engineering and Technology Solutions PLC's post 10/05/2026

Qindeesitoota Kilaastaraa Pirojektii Galmee Eenyummaa Biyyaalessaa Leenjisuu

Leenjiin ga’uumsaa hojii qindeessitoota kilaastaraa godinaalee adda addaa irraa filamanii, qormaataa fi interview darbanii dhufaniif kenname, hojii galmeessa Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa (National ID Registration) fi maxxansa kaardii dijitaalaa (Card Printing) irratti xiyyeeffate jechuun ibsameera.

Leenjicha kan kennan Hogganaa Olaanaa Dhaabbata Oteek Injiner Amaansisaa Darajee fi Manaajaraa Pirojektii obbo Gizaaw Bogaalaa yoo ta’an, kaayyoon isaa qindeesitoonni kilaastaraa godinaalee keessatti hojii isaanii sirnaan akka qindeesan, mootummaa fi paartilee waliin hojii walitti hidhamiinsa qabu irratti hubannoo gahaa akka argatan taasisuudha. Akkasumas uummanni keenya Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fi kaardii isaa karaa salphaa fi saffisaa ta’een akkamitti argachuu akka danda’u irratti mariin bal’aan taasifameera.
Namoonni leenjiicha irratti hirmaatan bakka bu’oota kilaastaraa isaanii ta’uun godinaalee adda addaa irraa dhufanii hirmaatanii jiru. Isaanis leenjiin kun hubannoo guddaa akka isaanii keessatti uumee fi hojii isaanii keessatti kaka’umsa akka dabale ibsaniiru. Akkasumas hawaasa isaanii keessatti hojii dammaqinaan hojjechuun uummanni bal’inaan akka galmaa’u taasisuuf kutannoo guddaan hojjechuuf waadaa seenaniiru.

Dabalataanis Hogganaan Dhaabbata Oteek Injiner Amaansisaa Darajee, uummanni keenya saffisaa fi bal’inaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa akka galmaa’u waamicha dhiyeessaniiru.
Kana malees Dhaabbatni Oteek yeroo dhihootti hojii maxxansa kaardii (Card Printing) jalqabuuf qophii xumuraa irra akka jiru ibsameera. Uummanni keenya rakkoo tokko malee galmaa’ee kaardii orijinaalaa isaa akka argatu gochuuf kutannoodhaan hojjechaa akka jiran himaniiru. Akkasumas kaardiiwwan yeroo ammaa gabaa irratti argaman keessaa baay’een isaanii sobaa (forged) ta’uu waan danda’aniif uummanni of eeggannoo guddaa akka godhu dhaamsa dabarsaniiru.

Photos from OTech Engineering and Technology Solutions PLC's post 09/05/2026
08/05/2026

Welcome to OTech Engineering & Technology Solutions!

We are a leading technology company committed to delivering innovative, reliable, and scalable digital solutions that help businesses and government institutions streamline operations, improve efficiency, and achieve sustainable growth.

Our Services

ERP Systems DevelopmentRobust and user friendly ERP solutions that integrate Finance, HR, Inventory, Procurement, Sales, Manufacturing, and other core business processes.

Custom Software DevelopmentTailored software solutions designed to meet unique business and organizational requirements.

Mobile Application DevelopmentModern mobile applications for Android and cross-platform environments.

Cloud Computing SolutionsSecure, scalable, and high-performance cloud infrastructure and cloud-based business solutions.

Data Analytics & Business IntelligenceAdvanced analytics and reporting tools that support data-driven decision-making and business optimization.

GIS & Spatial SolutionsGIS-related software development and spatial management systems for planning and geographic analysis.

IT Infrastructure & CybersecurityReliable infrastructure deployment, data protection, backup solutions, and cybersecurity services.

DevOps & Application DevelopmentModern DevOps environments and application development practices that improve deployment efficiency and software quality.

E-Commerce SolutionsComplete e-commerce platforms with payment integration, inventory management, and online business support.

Website & Portal Development

Professional websites, web portals, intranet systems, and enterprise digital platforms.

Why Choose Us?

Improve business efficiency and workflow management

Reduce operational errors and manual processes

Access real-time information and analytics

Increase productivity and profitability

Receive scalable and secure technology solutions

Work with a dedicated and experienced technical team

Get reliable support and professional consultation

Our Mission

To empower businesses and governments with advanced engineering and technology solutions that drive digital transformation, innovation, efficiency, and sustainable growth.

Our Vision

To become Africa’s leading technology company by delivering impactful and innovative digital solutions that transform industries and communities.

📩 Contact us today and transform your business with OTech Engineering & Technology Solutions.

Official Website

30/04/2026

Laxton Kit Disassembly fi Assembly | Biometric System Training Afaan Oromoo

Photos from East Hararge zone Communication Office's post 28/04/2026
23/04/2026

System & Software Development for the Digital Era

At OTech Engineering and Technology Solutions, we are committed to simplifying lives through innovative digital solutions. We design and develop systems and software that help reduce corruption and maladministration, support digital transformation, and enhance transparency and efficiency. Our solutions empower businesses and government institutions to improve service delivery and achieve higher customer satisfaction.

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Addis Abeba?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Addis Abeba
Addis Abeba