Odaa Bus

Odaa Bus

Share

Wirttun kun wirttuu Odeeffaannoo Odaa Bus Jijjiirramaf kaannerras

30/03/2019

Dubbiin MAHAAMMAD Ciroo dubbaate keessaa
fudhannee
1.Qulfii ODPf kennine,taasaafaari rabashtutti hin dhiifnu.

2.Hooggansa keessaan arrabsuu fi qeequun
mirga garuu ajjeessuun mirga miti.
3.Jarri ABO eerga biyyaa bahanii wal qooduu
malee Oromoof hojjatanii hin beekan.
4.Ani Shanees,Shantamees ODP s hin sodaadhu!
5.Qeerroon amaanaa Lammaaf kenne,Lammaan
immoo Abbiyyiif kenne.

6.Rakkoo xixiqqoo uumanii,aqquwaaraachiin
warra aangotti dhufuuf yaalan dura dhaabbanna.
7.Finfinnetti nagayaan qabsaayaa Gidaamitti
loluun sirrii miti.

8.Waggaa 27 kan qabsoo teenyatti qoose OPDO qofaa miti ABOnis qabsoo teenya laamshessee
jira.

Xiinxallaa siyaasaa fi daarekteera OMN Obbo
# jawar_muhammed simannaa Hawaasni
Magaalaa ciroo taasisaniif irratti dubbate.

12/03/2019

Dubbiin cimtuu dha. Namnii Plan B illee harkaa qabuu hin jiru hunduu dhakaa darbata . Kan irraa eeggamuu deeggaruu ture, hin taanee diiguu filatanii. Kanatu bakkaa hundaa mul’achaa jira. Hojii da'imani fakkaata. Kan keessa jiru rakkoo isaa hin hubatuu , kan alaa dhufee hanqina isaa barbaadee ittii duula olaa. Olaantummaa seeraa wantii jedhamuu hin jiru. Qamnii nageenya abdii kutatee jira. Kufaatii mootummaa kana Oromoo ta'u osoo beekanii walxalafaa jiru. Osoo ilaalu akkaa bishaan guutee ... ta'a jirti .

12/03/2019

Wantii lafa irraa jiru wal addaa, jarmiyaa cimsuuf yoo barbaadee keessa seenuu dha. Deeggaruuf Dambii ittiin bulmaataa dhaabichaa beekuu qabdaa. Jarmiyaa kamtuu keessoo dhaabaa qaba. Adeemsa mata isa qaba. Hattuu angoo irraa buusuu qofti gaha mitii gara seeratti fiduu barbachisaa kanaaf immoo raga barbachisaa . Raga qabnuu FB irratti maxxansuun raga jiru dhoksuu dhaaf fayyada. Kanatuu hojjetama jira.

Want your school to be the top-listed School/college in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Ambo