Inside chiro
Chiro city
04/01/2025
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Arife D Max, Qananii Yuusuf, Saboontuu Abdii
03/12/2024
Naannoo rifeensa isii hariira fakkeessitee, Sabbataan walakkaa mudhii isii hidhattee, Qadaada Aannanii harkatti rarraafattee, Daarota Bishingaa mataarratti baadhattee, Halaalaa Daawwannaan ijjitoo bololtee.
Fardaaniin Dabaala dhufe hammarreessaa, Hammarreessa bullaan ganama bariisaa, Halaalaa nadhooytee Shurufkaan Qilleensaa.
Oduudhaan dhagayee namuu si kajeelaa,
Ka sidaawwii dhufee karaa oolee Bulaa,
Kunoo boonaan dhufee fardaaniin dabaalaa..
Biyyooo Biyyo Adaree Biyyoo Magaalaa
Kunoo boonaan dhufee Fardaan dabaalaa…..
The legend Dr. Artist Ali Birra ....tu je'e
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Asebe Teferi