Johny muleta ²

Johny muleta ²

Share

My life's from Allah‼
Allah is Enough for me!! I need Allah(Sw) in my life‼

22/09/2024

Fakkaate bulaa fi fakkeesse bulaan imala fedhii malee imala sirnaa tarkaanfachiisu gonkumaa hin danda'an‼️

15/08/2024

jummaati
Salawaata haa buufnu
Saw saw saw saw saw saw
Saw saw saw saw saw saw

18/10/2023



Hoggantoonniifi hojjetoonni Tajaajilaa Lammummaafi Immigireeshinii malaanmaltummaafi hojmaata badaan shakkaman 42 to’annoo jala oolfaman.

Kenniinsa tajaajilaa dhaabbatichaan walqabatee komiiwwan irra deddeebiin ka’an furuuf koreen Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, Poolisii Federaalaafi Tajaajila Lammummaafi Immigireeshiniirraa baba’e kanneen gochaa malaanmaltummaarratti hirmaatan itti gaafatamtoota taasisuuf hordoffiifi qorannoo taasisaa turuun ibsameera.

Haaluma kanaan korichi tajaajilamtoonni paaspoortiifi tajaajilootaa biroo tajaajila saffisaafi gadii gadaanaan argachuu utuu qabanii shakkamtoonni hojmaataa walxaxaafi uumaniin lammiilee dhamaatii hamaaf saaxiluu bira darbee baasii hinmalleef saaxilaa turuun eerameera.

Gaazexaa Bariisaa!

Want your school to be the top-listed School/college in Awash?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Oromia
Awash