Prophet Moa Terefa

Prophet Moa Terefa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Prophet Moa Terefa, Awash.

31/10/2025

ILAA..
Taateewwan sodaachisoo biyya lafa irratti raawwatamaa jiran keessa anatti foolii dhufaati hoolichaatu natti urgaa'aa jira.

30/10/2025

Dhaggeeffadhaa Ittiin eebbifamaa!!!.

27/09/2025

#๐—๐Ž๐Ž๐๐ˆ๐‘๐€๐€ ๐…๐ˆ #๐๐”๐‘๐€๐€
Allaattiwwan jiran keessaa miidhuuf kan yaadu quraa qofa! amma daangaa walii keessa jiranitti duugda joobiraa irra dhaabachuudhaan moorma isaa waraanti! Joobirri garuu deebii tokkollee isheedhaaf hin kennu! Ishees hin lolu! Yeroo fi humna isaa irratti hin qisaasessu..! baallee(koochoo) isaa banatee gara samiitti asi ol balali'uu jalqaba!

ammuma joobirri olkaa'insa isaa dabalaa deemu, qurichatti garuu hafuura baafachuun itti ulfaataa deema! Dhumarratti quraan sababa hanqina oksijiinii fi sochii joobirri duumessa gararraatti taasisu irraa kan ka'e, ofii isaatii irraa kufee gadi darbatama!

Yeroofi humna kee wantoota bu'aa siif hin qabne fi lola wallaalotaa dhaggeeffachuuf yerookee hin qisaasessin.
duudaa ta'iiti mullatakee duukaa fiigi.

Akkas yoo goote namoonni duugda duubaan si harkisan ofii isaaniitiin si dadhabanii๐Ÿ’ช kufu.

Galatoomaa!

06/03/2025

๐–๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐จ๐ญ๐š ๐ฌ๐ข ๐ฆ๐ข๐ข๐๐กa๐ง๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ ๐š๐๐๐ข๐ง ๐ฌ๐š๐›๐š๐›๐ง๐ข๐ฌ๐š ๐ฌ๐ข ๐ ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐ฒ๐š๐š๐๐š๐ง๐ข ๐ฐ๐š๐š๐ง๐ฎ๐ฆ๐š ๐›๐ž๐ž๐ค๐š๐ง ๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ ๐ ๐จ๐๐ก๐š๐ง ๐ฐ๐š๐š๐ง ๐ญ๐š'๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿคฃ

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Awash?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Awash