Bonsa Musa
ALAHAMDULILLAH FOR EVERYTHING'S 🔑🔑🔑🔑🔑🔑🔑🔑💯🔑🔑
1. Guyyaa hunda dubbisi.
2. Fayyaa keef dursa kenni.
3. Namoota dinqisiifattu irraa baradhu.
4. Halkan guyyaa keef karoorfadhu.
5. Kaayyoo kee fuuldura keetti eeggadhu.
6. Tarkaanfii fudhadhu, yeroo sodaachisaa ta'ettillee.
7. Ilaalcha galateeffannaa qabaadhu.
keessani Follow godha Ummata keenya ❤️❤️
Patience
Never lose patience
Every big success take time
Thus be patience person
Namoota naannoo kee jiran waliin akka of hin madaalle yaali. Jireenyi fiigichaa miti; murtoo sirrii yeroo sirrii ta'etti murteessuudha. Saffisa mataa keetiin waan tokko hojjedhu; waan namni hundi hojjechaa jiru irratti xiyyeeffannaa xiqqeessi.
Haalota xiqqoo beektutti hin hinaafin. Namoonni naannoo kee jiran yeroo milkaa'ina guddaa irra ga'an hin hinaafin; isaaniif gammadi, obsi yeroon kee akka dhufu beeki. Wanti hundi yeroo sirrii ta'uu qabutti ta'a.
16/04/2025
Ummata oromoo hundaaf baga guyyaa gootota oromoo EBLA 15 geessan
Click here to claim your Sponsored Listing.