Deder General Hospital Post
Deder General Hospital is found Easter Oromia Region East Harerghe. the Hospital is currently serving 2 million people with variety of departments
19/06/2021
Hojii jalqabee jira
19/06/2021
University Haramaya Guyyaa Har'aa Qoricha fi Meeshaalee yaalaa nuuf arjoomanii jiran. University kun kanaan duraas firaasha dhukkubsataa kan ammayyaa kan standard biyya alaa 100 HOSPITAALA WALIIGALAA DADAR'f Karaa Dr Ibsa Mussaa fi Karaa Kabajamoo Qaadhimamaa Parlaama Dadar Dr Iliyas Ahamadsadiq tiin nuuf kennanii jiran. Kabajamoon keenya kuno duruu waan hawaasaaf fayyadu hojjachuu jalqaban. Kara fuula duraatillee Abdii guddaa isaan irraa qabna. Kanaaf University Haramaya tana yeroo takka naaf galatoomfadhaa.
23/10/2020
Keessa Hospitaala Waliigalaa Dadar kan yeroo ammaa
Click here to claim your Sponsored Listing.