Muse Digital Tech
We build a digital community!
19/04/2024
Suuraan guyyuu bilbila keenyaan kaafnuufi viidiyoon waraabnu eessa taa'a?
********
Qorannoowwan akka agarsiisanitti akka addunyaatti sekondii tokkoon suuraawwan kuma 45, sa’aatii tokkoon suuraaleen miiliyoona 196, guyyaattimmoo suuraawwan biiliyoona 4.7 ni kaafamu.
Sirni Kilaawud(cloud) jedhamu kalaqamuun dura namoonni odeeffannoo kan isaan kuusan bilbila, laapptoppii yoookiin haard diskii irratti ture.
Elektironiksoonni kunneen ni guutu. Saamichaafis ni saaxilamu....
Part 2...
Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Dire Dawa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Dire Dawa