Carcar Isport
Ispoortiin qaama keenya haa jabeessinuu sochiin ispoortii jabina qaamaa keenyaf murteessaadha
12/05/2026
🟢Fenarbaacheen Moo Saalaa fudhachuuf cimsanii hojechaa jiru. Kilabiin Tuurk kun kontiraata waggaa sadii Paawondii miliyoona 17 isaaf argamsiisu akka qopheessanii fi bakka buutota Saalaa waliin marii akka eegalan himameera.
Big shout out to my newest top fans! Yoomilan Melaku, Anabar Bedeno, Abdiisa Girmaa, Sadik Milkii, Sharif E Roba, Sanyii Addisu, Sharukan Abbas, Umer Bsirti, Abdii Ekitike, Jote Z Chelsea, Tofa Seya Eticha, Blâck Lifê, Abdurazaaq Isaaq, Dono Giíí, Ąbűũ Kee, Bayan Abdosh, Faamii Mohammed, Melaku Eshetu, Taajuddiin Aadam Mummad, Yoni Feyera, Habiibunajaar Abdurahman, Of-taanee Jimmansaa Baqqalaa Fufaa, Mohammednur Abdella, Gaddisa Gonfa, Maafuuz Ahmedo, Oliifan Abraahim Oro, Gemechis Tadese, Kalid Man, Gemechis D Abdisa, Jirraa Hundaa Baachaa, Ibrahim Muktar, Chala Birhanu, Dawit Shula, Shaffeey Kalif Abdusalam, Fame Abdi, Sagni Juwane, Fikade Geda, Garree Usmail, Qanqee Bilisummaa, Abul Hikma, Fiiroom Fiiraa, Man Press Habiibii, Ati Anaaf Waa Hunda
04/01/2026
Taphni Har'a Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama
Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 20ffaan taphni har'a maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taasisu ni eegama.
Har'a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Liidis Yuunaayitiid Maanchiister Yuunaayitiid waliin morkata.
Sa’aatii 12:00 jalqabee morkiin Eevartan – Bireentifoord, Fuulhaam – Liiverpuul, Niwuukaasiil - Kiristaal Paalaas, akkasumas Tootenhaam - Sandarlaandi waliin taasisan ni eegama.
Galgala sa’aatii 2:30 eegalee taphni guddaan torbichaa Maanchiister Siitiin kilaba Lixa Landan Cheelsii keessummeessu hawwiin eegama.
Maanchiister Siitiin garaagarummaa Arsenaal waliin qabu dhiphisuuf, Cheelsiin ammoo sadarkaa isaa fooyyeffachuuf falmii cimaa taasisuun eegama.
Kilaboonni lamaan taphoota waltajjiiwwan adda addaarratti hanga ammaatti waliin taphatan 180 keessaa Siitiin yeroo 67 yoo injifatu, Cheelsiin yeroo 71 injifachuun olaantummaa qaba.
Taphoota 42 ammoo qabxii qooddataniiru.
Big shout out to my newest top fans! Jirraa Hundaa Baachaa, Abdiisa Girmaa, Sanyii Addisu, Sharukan Abbas, Jote Z Chelsea, Tofa Seya Eticha, Blâck Lifê, Abdurazaaq Isaaq, Dono Giíí, Ąbűũ Kee, Bayan Abdosh, Faamii Mohammed, Melaku Eshetu, Taajuddiin Aadam Mummad, Yoni Feyera, Habiibunajaar Abdurahman, Yoomilan Melaku, Of-taanee Jimmansaa Baqqalaa Fufaa, Mohammednur Abdella, Gaddisa Gonfa, Maafuuz Ahmedo, Oliifan Abraahim Oro, Gemechis Tadese, Anabar Bedeno, Kalid Man, Gemechis D Abdisa, Sadik Milkii, Ibrahim Muktar, Sharif E Roba, Chala Birhanu, Dawit Shula, Shaffeey Kalif Abdusalam, Fame Abdi, Sagni Juwane, Fikade Geda, Garree Usmail, Qanqee Bilisummaa, Umer Bsirti, Abul Hikma, Fiiroom Fiiraa, Man Press Habiibii, Abdii Ekitike, Ati Anaaf Waa Hunda
05/11/2025
garee biyyaalessa Biraazil irraa waamchi dhiyaateef.
Taphataan sarara gidduu Liivaarpuul duraanii Faabinihoo yeroo jalqabaaf erga bara dorgommii 2022tii waamichi garee biyyaalessaa taasifameefi jira.
Taphataan kun yeroo amma liigii Saa'uud Arabiyaa keessa kilaba Al Itaahad keessa taphachaa jira.
Click here to claim your Sponsored Listing.