Murataa Jowar
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Murataa Jowar, Digital creator, dereku, Gelemso.
With Zeynaba Ahmed Zeynaba Ahmed – I'm on a streak! I've been a top fan for 4 months in a row. 🎉
With Mir Jannat – I just got recognized as one of their top fans!
18/02/2026
غدًا المتمم لشهر شعبان،
والخميس أول أيام شهر رمضان المبارك 🌙
اللهم بلّغنا رمضان،
واجعله شهر خير وبركة ورحمة علينا جميعًا.
كل عام وأنتم بخير 🤍
26/10/2025
Walaloo Qur'aana
==============
Koottaa karaa gaarii
Gara Qur'aana rabbii
Yaa Qur'aana rabbii
Caalaa hundaa olii
Maaltu siin dorgoma
Yaa kalaama rabbii
Jecha jechaa olii
Qur'aanul kariimii
Kan hin jijjiiramne
Hanga zalaalamii.
Namni isa qara'ee
Dhugaan itti hojjate
Inni hin kasaaru
Dhugumaan milkaa'e
Yaa saamunaa qalbii
Daawwitii aalamaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar karaa kheenyaa
Khan jala deemnu
Hanga jiruu teenyaa
Qur'aanaaf hadiisni
Bar lubbuu teenyaa
Qur'aanni ifaadhaa
Koottaa ni ibsannaa
Qur'aanni dawaadhaa
koottaa itti wal'aanamnaa
Jabaannee barannee
Ummata barsiifnaa.
Saahaabonni rasuulaa S.A.W
Qur'aanarratti dhumanii
Seenaa hin dagatamne
Nuufis dabarsani
Garuu ammaan-tana
Osoo islaamni lubbuun jiruu
Qur'aanni gubamee
Akka waraqatti
Fincaanin bahame
Namuu du'a sodaaf
Ifirraa cal'ise.
Duuti diduu hin taatu
Seera uumamaati
Irra caaltuun du'aa
Tan amantii ofiiti
Bar ilmi namaa Waan irratti
Du'een kaafamaa
Yoo qur'aanarratti duute
Shafa'aa dhaabbatee
Isaatu siif mormaa.
26/10/2025
Du'aaii teenya Maaltu Qeebaltii kute Deebisaan kunooti
Gaaf tokko Aalimni ibraahim ibnu Adham Namni jedhamu orma taa'u tokkotti Dhufee Akkana jedhaniin
Yaa sheeka Rabbi numa kadhannaa Maaf qeebalamuu didde jedhaniin
Innis Akkana jedheen
Bar Qalbii teessantu waa 10 niin Du'ee Dua'aaii teessan Qeebaltii kute
1 Rabbi nu beytan Garuu Haqa isaadhaa hin Eeggattan
2 Nabi jaalanna jettan Garuu sunnaa isaadhaa Hin hirdoftan
3 Qur'aana ni qaraatan Garuu itti hin daleydan
4 Ni'imaa Rabbiiti nyaattan Garuu Galata isaaf hin Galchitan
5 sheyxaanni xilaata keenya jettan Garuu Dalagaa isaatiin wal simtan
6 Jannanni dhugaadha jettan Garuu Waan isii isin naqaa hin hojjattan
7 Abiddi jahannam Dhugaadha jettan Garuu Irraa Hin Baqattan
8 Duuti dhugaadha jettan Garuu Isiif hin Qophooytan
9 Aybii Namaa hordoftan Garuu Teessan quba hin qabdan
10 Dua'aa keessan ni Awaaltan Garuu Gorsa irraa hin fudhattan.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Gelemso