Yaa Rabbi

Yaa Rabbi

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yaa Rabbi, Digital creator, .

04/09/2025

Mallasaa faarsaa faarsee bulaa nuun jettaa namana 🤔
kabajni kabaa manaati abbatu Ofirratti qabata. Abiy Ahmed Ali faarsun immoo kabaja
I Love you More than I can say Aabbichuu 🙏

27/08/2025

Mootummaan Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa, hojiilee oomishtummaafi qulqullina omisha bunaa irratti hojjateen bu'aa qabatamaa argamsiisaa jira. Hojiilee gaariin Inisheetivii Bunaan eegalaman akka ittifufaniifi hanqinoota jiranmaqsuuf, omisha bunaa saayinsii, tekinoolojii, ekisiteenshinii, caasaafi hojimaatan deeggaree caalmaatti guddisuuf sochiin kan eegalameedha. Kanaanis toorawwan xiyyeeffannoo 9 inisheetivii bunaa eegalame milkeessuuf oolan adda bahanii jiru:

Culinary Team

Attire

Telephone

Website