Hegere Studio

Hegere Studio

Share

HEGEREE ARTII KEENYA FULLAASUUFI Teessoon Magaala BADDEESSAA

Join group chat on Telegram 01/05/2021

Jallatamtoota Hegere Family taatan hundinu namni mana ofii taa'ee sagale waraabu barbaadu ykn sahiiba kankee kan haalaa mijaawaa barbaada jiruufis Hegere Studion haala salphaa taheen software ittiin waraabamu fi haala ittiin waraabamu wajjiin isiniif qopheesse jira tanaaf Telegrama channel Hegere Studio irratti waan maxxansee jiruuf linki armaan gadii kanaan senuun application buufachudhaan akkasumas haala itti fayyadamiinsa isaa walumaan arkattu tanaaf share waliif godha akkasumas telegramni Hegere Studio waan maxxansu akka isin hin dabarre join godhu hin dagatina

Join group chat on Telegram

21/04/2021
17/04/2021

Hojiiwwan keenya kan gama nashiidatiin dalagaa turreefi kan dalagaa jirruudha

M- Pako Shek-Issa -Naaf -Dhiisaa- New Ethiopian Music 2021(Official Video) 18/12/2020

Laal Dhiirti tenya Eminem faadhaan dargoomti rap warra ethiopia kana dhiisii
Bako A Shekissa u did it 😎😎 share godhaafi boo tanbiraatu numa ariitani

M- Pako Shek-Issa -Naaf -Dhiisaa- New Ethiopian Music 2021(Official Video) new Single by M- Pako Shek-Issa- Check out this amazing music video exclusively available on Vision Entertainment's YouTube Channel . A Vibrant music video ...

Want your business to be the top-listed Media Company in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Badessa
Harar