Sheger Properties

Sheger Properties

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sheger Properties, bermingham, Harar.

11/07/2026

Odeeffannoon “barattoonni digrii bara 2010 hanga 2015tti eebbifaman hundi irra deebiin ni qoratamu” jechuun miidiyaa hawaasaa irratti tamsa’aa jiru guutummaatti sobaa fi dogoggora.

Odeeffannoon sobaa kun wixinee qajeelfama haaraa Abbaa Taayitaa Barnootaa fi Leenjii Federaalaatiin yaada ummataaf gadhiifame jallisuun facaafamaa jira.

Wixineen qajeelfamaa kun namoota dhuunfaa Ragaa Gahumsaa (COC) malee digirii, maastarsii ykn PhD seenanii fi eebbifaman qofa irratti raawwatiinsa qaba.

Qajeelfamni kun barattoota ulaagaa seensaa idileetiin eebbifaman (fakkeenyaaf, bu’aa kutaa 12ffaa ykn kanneen kanaan dura qormaata COC darban) hin ilaallatu; ragaan barnoota isaanii akkuma kanaan duraa ni mirkanaa’a.

Qajeelfamni kun yeroo ammaa bifa wixineetiin kan jiru yoo ta’u, hanga July 13, 2018tti yaada ummataaf banaa ta’uu abbaan taayitichaa beeksiseera.

Photos from Sheger Properties's post 10/07/2026

Biyyoota Baay'ina ummataa isaani Muslima ta'e:

Mooriitaaniyaa 🇲🇷 - 99.9%
Somaaliyaa 🇸🇴 - 99.8%
Afgaanistaan ​​🇦🇫 - 99.7%
Aljeeriyaa 🇩🇿 - 99%
Morookoo 🇲🇦 - 99%
Niijer 🇳🇪 - 98.3%
Taajikistaan ​​🇹🇯 - 97.9%
Tuuniziyaa 🇹🇳 - 97.8%
Azarbaajaan 🇦🇿 - 97.3%
Yaman 🇾🇪 - 97.2%
Yordaanos 🇯🇴 - 97.2%
Liibiyaa 🇱🇾 - 97%
Paakistaan ​​🇵🇰 - 96.5%
Saudi Arabiyaa 🇸🇦 - 96.2%
Sudaan 🇸🇩 - 96%
Iraaq 🇮🇶 - 95%
Baanglaadeesh 🇧🇩 - 91%
Masrii 🇪🇬 - 90%
Turkii 🇹🇷 - 89%
Uzbeekistaan ​​🇺🇿 - 88.7%
Indooneezhiyaa 🇮🇩 - 86.7%
Sooriyaa 🇸🇾 - 86%
Kirgistaan ​​🇰🇬 - 80%
Qaxar 🇶🇦 - 77.5%
Kuweet 🇰🇼 - 74.6%
UAE 🇦🇪 - 72%
Kaazaakistaan ​​🇰🇿 - 70.2%
Libaanos 🇱🇧 - 67.8%
Maaleeziyaa 🇲🇾 - 63.5%
Albaaniyaa 🇦🇱 - 58.8%
Naayijeeriyaa 🇳🇬 - 49%
Taanzaaniyaa 🇹🇿 - 35.2%
Israa'el 🇮🇱 - 18%
Singaapoor 🇸🇬 - 15.6%
Hindii 🇮🇳 - 14.6%
Raashiyaa 🇷🇺 - 12%
Faransaay 🇫🇷 - 8.8%
Siwiidin 🇸🇪 - 7.1%
Jarman 🇩🇪 - 5.7%
Kanaadaa 🇨🇦 - 4.9%
Xaaliyaanii 🇮🇹 - 4.8%
Giriik 🇬🇷 - 3.7%
UK 🇬🇧 - 3.3%
Awustiraaliyaa 🇦🇺 - 3.2%
Noorweey 🇳🇴 - 3.2%
Ispeen 🇪🇸 - 2.6%
USA 🇺🇲 - 1.1%
Rumaaniyaa 🇷🇴 - 1.0%
Arjentiinaa 🇦🇷 - 0.9%
Jaappaan 🇯🇵 - 0.1%
Kooriyaa Kibbaa 🇰🇷 - 0.1%
Kooriyaa Kaabaa 🇰🇵 - 0.1%
Biraazil 🇧🇷 - 0.7%
Meeksikoo 🇲🇽 - 0.01%
Magaalaa Vaatikaan 🇻🇦 - 0%

Maddi: Giddugala Qorannoo Pew

Want your business to be the top-listed Grocery Store in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Bermingham
Harar