Journalist ASHEE
Gazexxeessaa Ashebir
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 34ffaa.
⏱xumurame
Livarpuul 5-1 Tootenhaam
⚽️Diyaaz 17' ⚽️D. Solaankee 12'
⚽️Makaleester 24'
⚽️Gaakpoo 34'
⚽️Saalaa 63'
⚽️Udogii 69' (og)
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
•••••●●●◉◉◉◉●●●••••••
HUBADHU!!!
•••••●●●◉◉◉◉●●●••••••
➲ Yɑɑdi mɑlee hin dhiphɑtin!
➲ Nɑmɑ irrɑɑ bɑɑy'ee hin eeggɑtin!
➲ Dɑndeettii keetti fɑyyɑdɑmi!
➲ Dogoggorɑ kee irrɑɑ bɑrɑdhu!
➲ Ofitti ɑmɑni!
➲ Dɑndeettii kee beeki!
➲ Utuu beektuu hin mufɑtin!!!
sʜᴀʀᴇ👪
16/06/2022
Jilli Aadaa fi Aartii Biyyoota Afrikaa Bahaa Giddugala Aadaa Oromoo daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Jilli Aadaa fi Aartii Biyyoota Afrikaa Bahaa afur irraa dhufan Giddugala Aadaa Oromoo daawwataniiru. Jilichi Yuugaandaa, Sudaan Kibbaa, Somaaliyaa fi Keenyaarraa kan dhufe ta’uu ibsameera. Meeshaaleen nyaataa fi dhugaatii, Fayaaaleen, suuraawwanii fi meeshaaleen biroo Aadaa, Seenaa fi jiruu fi jireenya Uummata Oromoo mul’isan dawwatamaniiru. Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Turiizimii…
Jilli Aadaa fi Aartii Biyyoota Afrikaa Bahaa Giddugala Aadaa Oromoo daawwatan Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Jilli Aadaa fi Aartii Biyyoota Afrikaa Bahaa afur irraa dhufan Giddugala Aadaa Oromoo daawwataniiru.Jilichi Yuugaandaa, Sudaan Kibbaa, Somaaliyaa fi Keenyaarraa kan dhufe ta’uu ibsameera.Meeshaaleen nyaataa fi dh
16/06/2022
Ityoophiyaatti haleellaawwan saayibarii aggaamaman fashalessuun Kisaaraa Birrii biiliyoona 1.4 baraaruun danda’amuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti baatiwwan 11 darbanitti haleellaawwan saayibarii aggaamaman fashalessuun Kisaaraa Birrii biiliyoona 1.4 baraaruun danda’amuu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo ibse. Haleellaawwan saayibarii kunneen baayyinaan dhaabbilee maallaqaa fi miidiyaaleerratti qiyyeeffachuu ibsameera. Haleellaa sayibariin addunyaan guyyaatti Doolaara miiliyoona 16.4 akka dhabdu himameera. Yakki saayibaraa bara 2015tti addunyaarratti kisaaraa Doolaara tiriiliyoona 3 kan geessise…
Ityoophiyaatti haleellaawwan saayibarii aggaamaman fashalessuun Kisaaraa Birrii biiliyoona 1.4 baraaruun danda’amuu ibsame Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti baatiwwan 11 darbanitti haleellaawwan saayibarii aggaamaman fashalessuun Kisaaraa Birrii biiliyoona 1.4 baraaruun danda’amuu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo ibse.Haleellaawwan saayibarii kunneen b
Maarselloon waggoota 15 booda Riyaal Maadrid waliin gargar bahuu beeksise.😢
Click here to claim your Sponsored Listing.