Obsa obsa
Sufiyaa
10/04/2025
ኢናሊላሂ ወኢና ኢለይሂ ራጅዑን😢 ለማመን ይከብዳል😢
በያላችሁበት ዱዐ አድርጉለት ፋቲሀም ነይታችሁ ቅሩለት
07/03/2025
■Qissaa Ajaaibaa Tana Dubbisii Ergaa Rabbii MuhaammadﷺItti Hidhadhu Nimilkoytaa💯💚💚💚💚
■Anas Ilma Maalik khaadima isaanii Beekkamaan Sun Akkana Jedha《Gaafa Tokko Ergamaa Rabbii Muhaammad ﷺWajjiin Deemaa Osoon jiruu Haala shaal Xarafni Isaa Furdaa kan Biyya Najraaniti Tolfame Ceekhuu Erra Khayatanii jiraniin Gurbaan Aaraabiin ykn Tiffataa Tokko dhufee Shaal qabee Isaan Bute gara Duuba isaaniti Butiinsa Akkaan jabaa Tahe bute yaroon Morma Isaani Laalu mormi Isaani Dirmamoyte Xarafa Shaal Saniitiin jabeenya Butiinsa Sanirraa Sanbooda Gurbaan Akkana jedhe Yaa Muhammad mee Qabeenya Boojuu kan Sibira jiru Sanirraa Akka Naa qoodan warra Namaaf Qoodu San Naaf Ajaji jedheen Ergamaan RabbiitisﷺItti Koflanii Aboo kennaaf jedhanii Ajajaniif》
●Kuni maalirrati Nama Qajeelcha yoo Jedhanii gadi Laalan Haala Gaarumma Ergamaa Rabbii Muhaammad ﷺErratti Nama Qajeelcha.
○Ammas Ergamaan Rabbii ﷺ
Tan isaaniti jedhanii Hin Dubbatan Ni obsan malee Yoo Diin Rabbii Xuqame Qofa Biiluu Bahan Turan..
●Mee Eenyuutu Osoo Akkasitti Namni Dhufee Sibutee Obsaa Yaa nama Kuni Haalli Isaanii
Guutuu Tahuu Errati Nu qajeelchaa Haa Itti Hidhannu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Hirna
�FIQIR�
Opening Hours
| Monday | 09:00 - 17:00 |
| Tuesday | 09:00 - 17:00 |
| Wednesday | 09:00 - 17:00 |
| Thursday | 09:00 - 17:00 |
| Friday | 09:00 - 17:00 |
| Saturday | 09:00 - 17:00 |
| Sunday | 09:00 - 17:00 |