Wabi Art.

Wabi Art.

Share

Kaayyon dhagaa nama nyaachisa.

24/05/2025

YAKKA GUDEEDDII
Godina lixa Shawaa ( lixa Shaggar) aanaa Meettaa walqixxeetti yakkoonnii gudeeddii irra deddeebiin raawachaa jira.
Yeroo darbe Aanuma kanattii Daa'ima waggaa saddeetii (8) kan taate Simboo Birhaanuu gudeedamuun haala suukaneessadhaan mooraa maatii ishee keessatti reenfi ishee argamus qaamni dhimma sanaaf itti gaafatamummaa fudhate hin argamne.
Itti Dabaluun Caamsaa 3/2017 A.L.I tti Aanuma kana (Meettaa Walqixxee) Ganda Sandaafaa Bonayyaa Naannoo addaa Jawara jedhamutti Daa'imni waggaa Sagalii (9) kan maqaan ishee Eebbisee Warquu Qananii Jedhamtu gudeedamuun, Hospitaala Qulqulluu phaawuloositti yaalamaa turuun du'aa lubbuu irraa damdamachuu maatirraa odeeffannee jirra.

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Holeta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Oromiyaa
Holeta
SHAGAR