For Muslim ummah

For Muslim ummah

Share

Islam salam

18/06/2024

السلام علبكم ورحمة الله وبركاته.
عيد مبارك، تقبل الله منا ومنكم صلح العمال.
Akkam muslimtoonni bakkuma jirtanitti.
Baga waggaa geessan jechaa.
Callisee kan ture, gareen kun har'arraa eegalee ibsaa fi gorsa isaa eegaleera.
Hojiisaas suuraa armaan gadii kana irra hubattuu.

16/08/2022

بسم الله الرحمن الرحیم Eegaltiin maqaa Allahatini.
Me har'a gorsa gabaabdu tokkon isiniif qaba: narraa fudhaa.
Sunis warra wal jaalanna waliif duuna jedhan sanaaf.
Bar onneen sin waliif kennitanii gatii isii salphaa gootan kun guyyaa tokko sin dhibuuf teessi. Kan isiin uumamteefis walii kennaaf miti Rabbii kenna jechuuf male. Namni Allahi(Rabbiin) fi Ergamaasa caala nama biraa jaalatu hin amannee. Dhifama ni dheerateeti.

Want your university to be the top-listed University in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

05
Jimma
GD