Dhimmituu

Dhimmituu

Share

::Kolfuuf karoora hin baafatiin
::Gadduuf hin ariifatiin
::Dhaga'uuf fiigi
::Dubbachuuf itti yaadi
::Madda gammachuf gaddakee adda baafadhu

07/03/2026

Akka itti jirru!

Photos from Dhimmituu's post 19/02/2026

Mootummaa mormuun baay'ee gaariidha. "Misoomni maaliif hojjetamee? Maaliif jarri kun nagaadhaan uummata keessa deddeemuu? Ilaalcha biyyaa jijjiiruuf hojjetuu malee ni sobu" jedhanii ibsa baasuun garuu fudhatamaa kan qabu hinfakkaatu.

Simannaa fi harka reebuuf immoo uummanni Itoophiyaa kun of hinqusatu. Osoo Zamanee Kaasee dhufees ilaaluuf kan karaatti ba'u hedduudha.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Nekemte?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Asosa
Nekemte
251