Amanu Asabe

Amanu Asabe

Share

This page is avilable to share any information

12/07/2022

!
Yoo dandeesse nama 1 tiif qoodi ergicha.

gaaftokko ganama ka'ee obbolaasaatiin ani jedhee yoo isaanitti himu,isaanis baay'ee itti qoosani. Namittii abbaa abjuu jedhaniis waamuu eegalani.
oolee bulee guyyaa isaatti tokko tokkoon hin raawwatame, obbolaan isaa warri gaafas itti qoosaa turanis raawwatamuu abjuu Yoseef yeroo argan afaan qabatani.

argeera!
Abjuukootiin baay'ee ol ka'ee ofumaa mul'atee waan hedduu dhokseeru tokkotu guutummaa biyyattii irraa utuu inni arge!
kun erga garagalee booda, tokkotu ol ka'ee akka ifee guutummaa biyyaatti hin mul'ata!

Waaqayyo waangodhu qaba! Sanas ta'e kanas,
inni sitti ta'e, yeroo kanaa kaasee sirraa haa ! Ameen.

Want your business to be the top-listed Engineering Company in Nekemte?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Nekemte