Obsa sabaa kenyaa

Obsa sabaa kenyaa

Share

I need freedom in life
Ethiopia ..... Do development

25/09/2025

Banjiin [Asaangirii] Maali?
Qoricha Cimaa Lafa Kanarra jiru keessaa isa tokko wajjin wal Baraa,
***********************************************
Banjiin yokan Asaangirri,
Faayidaalee Amanuuf Nama Rakkisu Hedduu Of keessaa qaba,

Banjiin Dhukkuboota Dawaa hin Qabne Hedduu Fayyisuu Danda'a,
Dhukkuboota Ciccimoo Hedduu Fayyisuu Danda'a Biqiltuun kun Waan Namni Tokko Dhugaadha Jedhee Amanuu hin Dandeenye Hedduu Gochuu Danda'a,
Gatii Humni isaa Cimaa Ta'eef Namoonni Hedduun Nama Macheessa, jedhu, kun Sirrii miti Nama Fayyisa malee Nama hin macheessu,!!

Dhukkuboota inni Yaaluu keessaa,
Gaggabdoo Sammuu fi Gaggabdoo Onnee Wajjin Walqabatu, Ooksijiinii Qulqulleesa seelii Sammuu Jeeqee Gaggabdoo Namatti kaasu. Qaama keessaa Qulqulleessa,

Dhukkuba Onnee yeroo kana Waggaa tokko keessatti Lubbuu Namoota miliyoona 18 Galaafataa jiruuf Dawaa Cimaadha!
Rakkoo Hiddoonni Onnee irraa dhiiga gara Qaamaa tti Raabsanu Dhippachuu fi Dhiiga Dabarsuu Dadhabuu Akkasumas Rukuttaa Onnee Daangaa Darbuu fi kkf Fayyisuu Danda'a,

Nama Hirriba dhabee Rakkatuuf Qoricha Cimaadha, Hirriba Gaarii fi Boqonnaa Qabu Namaaf kenna, %100 Dawaadha,

Garaacha keessaa Baakteeriyaa fi Dhangala'aa Summii Asiidii garaa garaa Qulqulleessa,

Ciniinnaa yokan Dhukkubbii Garaa keessaa Daqiiqaa Muraasa keessatti Namarraa dhaaba,

Dhukkuboota Maalummaan jaraa hin Bekamne dhukkuba Laabraatorii jelaa dhokatee Nama Rakkisu hundaaf Dawaadha!

Infeekshinii Ujummoo Qilleensaa fi Sombaa Akkasumas dhukkuba Asmii fi Daranyoo sombaa Sirriitti Yaaluu Danda'a, dhukkuba Asmiif Dawaa filatamaadha,
Qufaa Gogaa fi Qufaa yeroo dheeraa Namarra tureef dawaadha,
Dhukkuba Sihirii Falfalaa fi Budaa yokan ija Namaatiif Furmaata Gaariidha,

Rifeensa mataa Akka in Harcaane Taasisa Rifeensa mataa dhume deebisee Biqilchuu Danda'a,
Dhukkuboota Rifeensa mataa wajjin Walqabatan kan Akka Forooforrii Rifeensa keessaa Qulqulleessa,

Dhukkubbbii lafee fi Hiddoota Narvii Akkasumas Dhukkubbii dogdaa
Daqiiqaa 10 keessatti Namarraa dhaaba, Dhukkuba Rimootiidi fi kkf Dawaa Cimaadha,

Cirracha Kalee fi Rakkoo Ujummoo Fincaanii yaaluu keessatti Bu'aa Ajaa'ibaa Qaba, Rakkoo dhukkuba Kalee Guutummaan Guutuutti Furuu danda'a, Cirracha Kalee Albuudota Akka kaalsiyeemii fi magniyisheemi irraa Umame Kalee keessa Caccabsee Fincaan wajjin Nama keessaa Baasa,

Gammachuu Sosochii Onnee fi Sammuu Namaaf Dabala Narvii Socho'uu Dadhabee Adoode Sochoosuu Danda'a,
Qabbana Qaamaa Harkaa fi miilla Dugdaa Sirriitti Fayyada, Nama Miilli isaa Socho'uu Dadhabe Hedduu Fayyisuu Danda'eera,

Namoota ilmoo Argachuu dhabaniif Dawaa Gaariidha, Hormoonii Sanyii Walhormaataa Dhiiraa fi Dubartii Sirriitti Dabala.
Qaama Saalaa dhiiraa Ka'uu Dideef Dawaadha Akkasumas nama yeroo walqunnmtii saalaa Bishaan Dafee irraa Ba'uuf Dawaa Cimaadha,

Dhukkuba Wobaa yokan Dhibee Busaa fi Taayifoodii fi Taayifeesii Sirriitti Fayyisuu Danda'a,

Alaarjiikii gogaa fi Dhukkuboota
Dhukkuboota Akka hoqxoo fi Sibiijjii Cittoo Baarillee Lamxii fi kkf Dhukkuboota Gogaa Baakteeriyaa fi Fangasii irraa Namatti dhufanu hunda Fayyisuu Danda'a,)

Banjiin Humna Cimaa fi Adda Ta'e qaba Qabiyyee
Farra baakteeriyaa
Farra Vaayiresii
Farra Fangasii
Farra dhukkuba Sukkaaraa
Farra dhukkuba Dhiibbaa dhiigaa.
Isa Cimaadha,
***********************************************
Kutaa itti Aanu keessatti Haala itti fayyadama isaa fi Akkaata isin Summii isaa keessaa Balleessuu Dandeessanu Post godha!

Haalli itti Fayyadama isaa Of Eeggannoo Cimaa warning Waan Barbaaduuf Ballinaan Barreesseen Post godha, waliif Godhaa.

Hub: akkaataa itti fayyadama isaa hangan isniif maxxansutti akka itti hin fayyadamne!

Want your school to be the top-listed School/college in Robe?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Robe