Yoom Gamteessaa
fuulli fb kun kan dhuunfaa kiyyaa waan ta'eef ilaalcha dhuunfaa kiyyaa osoon hin daangeffamin ibsadh
03/10/2025
Faaya misoomaa Bishooftuu
Baga ayyaana Irreechaa 2018 nagaan geessan !
02/03/2024
Bulchiinsa Magaalaa Roobee Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti Marii Daldaaltota waliin adeemsifamee jira.
➖➖➖➖➖➖➖➖
Bul/Magaalaa Roobee Kutaa Magaalaa Adooshee Walasheetti hirmaannaa daldaaltota irraa eegamu ilaalchisuun marii bilchaataan guyyaa har'aa gaggeeffamee jira.
Ajandaan marichaas;
➧Gumaata Buusaa Gonofaa gahee isaanii bahuu akka qaban
➧Daldaala Seeraan Alaa to'achuu keessatti hirmaannaa hirmaannaa isaanii akka bahan
➧Qaala'iinsa jireenyaa tasgabbeessuu fi bittaa fi gurgurtaa meeshaalee nagahee qofaan akka geeggefamu
➧Haala Nageenya magaalaa fi naannoo isaanii eeguu keessatti daldaalaan abbummaan hirmaachuun gahee irraa eeggamu akka bahu mariin bilchaatan geeggefamee jira.
Marii geeggefame kanaanis gahee daldaalaa irraa gama hundaan eegamu bahuu akka qabanii fi dirqama isaanii tahuu irratti walii galuun gahee irraa eeggamu bahuu akka qaban waliigaluun danda'amee jira.
Click here to claim your Sponsored Listing.