Taresa Joro

Taresa Joro

Share

''Nama Mitii Jaalalaan Bineensuu "Ni Mo'ama"
"Qottoon doome yoo qaramuudhaa baate humna baayyee fixa"

17/03/2025

Hirkoo bara baraa.....🙏

Photos from Taresa Joro's post 05/03/2025

Humnii kan waaqayyooti ⚡

11/02/2025

"Of Sobuu Fi Ummata Gudda sobuu"
Gabaasni sobaa ija baasee fi bulchiinsi abbaa hirrummaa Aanaa Gooroo Guutuu keesatti agarre Aanaalee fi magaalota naannoo keenyaa hedduu keessatti kan mul'ataa jiru.Ragaa qabatamaadhaan deeggarree saaxilaa deemna.Dargaggeessi miliyoonan lakka'aamu carraa hojii dhabee osoo agabuun waxalamuu carraa hojii uumneeraaf jedhanii nama miindaa nyaatu IMX fakkeessanii miidiyaatti kanneen dhiyeessanii ofis sobanii;biyyas sobaa jiranu sodaa tokko malee ni saaxilla.Caasaan mootummaa akkanaa hatattamaan seeratti dhiyaachuu qaba.

Want your school to be the top-listed School/college in Sebeta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Sebeta