Qeeyransaa Vine

Qeeyransaa Vine

Share

Qeeyransaa Vine

28/05/2022

Alhamduu lillaah
Alhamduu lillaah
Alhamduu lillaah

23/05/2022

👉Waraabeessatu mana murtii dhaqee himannaa bane.
Yaa abbaa seeraa nuti lammii biyya tanaa tahuu
wajjiin kunuunsi leencaaf godhamu maaliif nuufis hin
godhamne maaliif ija takkaan hin ilaalamne? Jedhe
Abbaa seeraa : Mee maali kunuunsi isiniin addatti
leencaaf godhamu? jedhee gaafate.
Waraabo: Maqaa Leencaatiin dhaabbilee hedduun
moggafamee osoo jiruu maqaa keenyaan ammoo
tokkolleen moggafamee hin jiru .
fkn.baankii anbassaa
Inshuraansii anbassaa
Anbassaa shaayi
Gadaantii kophee anbassaatu jira .
Abbaa seeraa: Dhugaadha haqa qabdani mee duuba
maqaa keessaniin maal akka isiniif moggaafamu
feetan? jedhee gaafate.
Waraabo: xiqqoo itti yaadee maqaa keenyaan
Telee waraaboo,
Filaansi waraaboo ,
Mazagaajjaa waraaboo
atilleen yoo nutti mufachuu baatte abbaa seeraa
waraaboo osoo jattee moggafattee ni feena
jedheen...kkkk
peejii
irraahi.

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Sebeta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Harar
Sebeta