Caayaa

Caayaa

Share

28/05/2026

Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Diidaa Konso, Dachas Abbaa Usma'il, Dûbãā Jãldèssãâ Háläkē, Habib Ibrahim Burayu, Mathi Smart, Ibrahim Daadii

Photos from Caayaa's post 24/05/2026

Manni Maree Hojii Raawwachiiftuu Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Tigraay konkolaattota elektirikii geejjiba ummataa fi hojjattoota mootummaa tajaajila geejjibaa karaa intarpiraayizii giddu galeessa ta’een akka argataniif murteesse.

Manni Maree Hojii Raawwachiiftuu B/C/M/T kaleessa uggura boba'aa mootummaan Itiyoophiyaa Tigraay irratti kaa'e hordofuun rakkoo geejjiba uummataa keessatti mul'atu salphisuuf furmaata kaa'amuu qabu irratti mari'atee qajeelfama bal'aa kamiyyuu qopheessuuf murteessee jira jechuudhaan Biiroon bulchiinsa Naannoo Tigraay gabaase.

Kana malees, hojjattoota mootummaa gara bakka hojii isaanii fi deebi'uuf tajaajila geejjibaa akka kennamu murtaa'eera.

Tigrai office president:

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Asella?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Ethiopia
Asella
1122