Singer Amanuel kidane
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Singer Amanuel kidane, Artist, 0913180532, Woliso.
22/06/2026
Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun,
attam gaarii dha, attam namatti tolas!
Inni akka dibata gati-jabeessa
isa mataa irraa areedatti gad yaa'uu ti;
akka isa areeda Aaron irra
morma wayyaa isaa irra gad dhangala'uu ti;
inni akka sanyii fixeensa tulluu Hermoon,
isa tulluu Xiyoon irra bu'uu ti;
eebbi jireenya hin darbinee
achi irratti akka argamu Waaqayyo abboomeera
Faarfannaa 133;1;3
Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Woliso?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
0913180532
Woliso
Woliso