Visit ethiopian
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Visit ethiopian, Journalist, Riyadh.
18/05/2026
ADDIS ABABA ❤️
06/12/2021
Bara hamaa oromoonni diinaan hiriirfamanii ajjeefaman kanatti jibbi amantii teenyaaf qabdan akkanatti lallabdanii wolyaamtanii nutti himuun keessan kun nuuf akka muslimootaatti yoo bu'aa qabaate malee miidhaa hinqabu sababa kanaan maaltu beeka yoo namoonni amantaa keenyaan ala jiran hubatanii amantaa muslimaa fudhatan
Akka sabaatti ammoo yeroo kanatti waan akkanaa dubbatuun jaraa miidhaan fidu yoo jiraate shakkii nugiddutti naqee akka gabrummaan hiddaan lafa qabattuuf sababa ta'a worri osoo hin beekna jedhanii waan akkasii olola summaayaa nabiyyii rabbii irratti haasahan ammoo diigamiinsi fii wolshakkiin akka dhalatullee osoo beekaniidha kan kana dalagan
Ergamaa islaamaatiif nabi muhammas nagahaaf rahmanni irratti haa bu'uu jaroota wollaaluu akka kanaatiin arrabsamuu mitii wollaaltonni gurguddoon addunyaa kanaa kan isaanirra jabina qabantu arrabsee itti milkaa'uu dadhabee ufiif itti cabee kasaaratti hobbaafatee akka maletti dhume
06/12/2021
Bara hamaa oromoonni diinaan hiriirfamanii ajjeefaman kanatti jibbi amantii teenyaaf qabdan akkanatti lallabdanii wolyaamtanii nutti himuun keessan kun nuuf akka muslimootaatti yoo bu'aa qabaate malee miidhaa hinqabu sababa kanaan maaltu beeka yoo namoonni amantaa keenyaan ala jiran hubatanii amantaa muslimaa fudhatan
Akka sabaatti ammoo yeroo kanatti waan akkanaa dubbatuun jaraa miidhaan fidu yoo jiraate shakkii nugiddutti naqee akka gabrummaan hiddaan lafa qabattuuf sababa ta'a worri osoo hin beekna jedhanii waan akkasii olola summaayaa nabiyyii rabbii irratti haasahan ammoo diigamiinsi fii wolshakkiin akka dhalatullee osoo beekaniidha kan kana dalagan
Ergamaa islaamaatiif nabi muhammad nagahaaf rahmanni irratti haa bu'uu jaroota wollaaloo akka kanaatiin arrabsamuu mitii wollaaltonni gurguddoon addunyaa kanaa kan isaanirra jabina qabantu arrabsee itti milkaa'uu dadhabee ufiif itti cabee kasaaratti hobbaafatee akka maletti dhume
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Riyadh
25801
Opening Hours
| Monday | 9am - 5pm |