Kenboon
2021
17/06/2022
OFM:Raashyaan akeekachiisa niwukileraa
naton sodaatee ture kennite'
*******************
Pirezidaantiin raashiyaa vilaadmiir putiin nuukuliraa isaanii akka of eeggannoo
addaan qophaa'anii taa'aniif waraana isaaniif ajaja dabarsaniru walga'ii qondaaltota ittisaa waliin kireemilin keessatti taa'ame irratti biyyoonni lixaa raashiyaa ifarkas tarkaanfiiwwan hin malle
fudhatan jechu tarkaanfin hin malle isaan fudhatan keessaa
Ammoo qoqqobbii isaan weerara Yukireen irratti banameen booda irra kaa'amedha
Putiin akka jedhanitti humnoonni waraamaa of eeggannoo cimaan qophaa'anii eeguu qabu sababiin isaa ammoo aanga'oonni Nato ol'aanoon raashiyaa irratti "dubbiiwwan humoon"
akka dubbatamaniif eeyyamaniiru.
Kanaaf ministeera ittisaafi dursaa jeneraala
Waraanaa humna nuukilaraa of eeggannoorra godhanii akka qopheessan ajajaniiru
Meeshaan nuukilaraa aggammii diinaa golachuuf akka of eegannoo addaatiin qophaa'ee eeggachuuf beeksisuun raashiyaa qoqqobbiiwwan biyyoonni lixaa kaa'anitti aaruu pireeziidaantii putiin fi sodaa irra
bubbule inni biyyi koo yaaddoo Nato jala jirti jedhanii
Click here to claim your Sponsored Listing.