Biftuu barii
𝔽𝕚𝕟𝕘𝕖𝕣 𝕡𝕚𝕣𝕟𝕥
08/08/2025
=================
1. Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; obaasuu garuu hin dandeessu (Ingilizoota).
2.Kan Arrabni dhalchu, kormi ari'ee hin dhalchu! ( )
3. Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu!
4. Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta’u! ( )
5. Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa (Gaa’elikaanota)
6. Osuma barnoonni galaana ta’uuyyuu, Harroonni garuu daakuu hin danda’an (Gaa’elikaanota)
7. Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilmi ilmasaa garuu maal ta’uuf akka jiru beekuuf nan dhama’a. (Abraham Linkon)
8. Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru. ( )
9. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a (Afrikaa Kibbaa)
10. Kan hiriyaa isaarra harka kaa’atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu (Nayijeeriyaanota)
11. Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu! (Taanzaniyaa)
12. Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini (Xaaliyaanota)
13. Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee Qurxummiitu afaanitti qabatee baha! (Araboota)
14. Karaa si baasu osoo hin beekiin deemsa hin eegaliin. (Ingilizoota)
15. Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda’u immoo, nama abshaala! (Ayerlaandota)
16. Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti. ( )
17.Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun ( )
18.Taa’umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa! ( )
19.Yaadni bilchaataan balbala cufamaa saaqa! (Afrikaanota).
12/15/2024
League titles:
Arsenal - 13
Man United - 20
European trophies:
Arsenal - 0
Man United - 8
Overall trophies:
Arsenal - 49
Man United - 71
Head to head
Arsenal - 88 wins
Man United - 99 wins
Stadium capacity:
Emirates - 60k
Old Trafford - 70k
Ballon dor winners
Man utd-4
Arsenal -0
Arsenal is that kid who learned corner glitch and has no shame exploiting it.
Click here to claim your Sponsored Listing.