Milkii Multimedia
Quran and hadith
07/04/2026
20 million views
🇦🇷⚽ Argentina Footballers update!
Cuti Romero to Barcelona!? | Acuna and Garnacho almost of World Cup Squad | Mastantuono has impressed Scaloni.
04/04/2026
💧Imala kaayyoo part 2
Barsiisaa Herregaa (Mathematics) irraa… gara Imaama Masjid Al-Haraamitti.
Sheek maahir bin hamad Al-Mu‘ayqili jedhama
Jalqaba jireenya isaa keessatti barsiisaa Herregaa (Mathematics) ture.
Huffaazonni Adduniyaa erraa baayyinaan sagalee isaa Hakkeessu.
Yeroo dheeraaf barnoota Islaamaa itti fufe hanga digirii Maastarii fi Doktooraatti barumsa fiqhiitiin Yunivarsiitii Umm Al-
Quraa irraa argatutti achuma ture
Boodas achumatti barsiisaa ta’e.
Sababni inni Akkaan namoota biratti haalaan jaallatamuuf keessaa tokko Sagalee Qur’aanaa tan Qalbii nama hawwattu qaba
Boodarra imaama Masjid An-Nabawi ta’e ergasii immoo imaama Masjid Al-Haraam keessatti filatame.
Qur’aanaaf jecha ogummaa barsiisummaa Mathematics isaa dhiisee qur’aana qabate
Rabbiiniis sadarkaa isaa isaaf ol fuudhe
Àrra imaama masjiidul haraam keessaa nama tokko ta,e
Allaahaan galata warra toltuu Hojjatu kan balleessu hin taane .
Nuus warra qur'aana qabatee Rabbiin Sadarkaa isaanii duniyaa fi aakhirattii ol fuudheef nu haa taasisu
Share godhaa waliif qoodaa barakhallllaaahu fuukum
Part 3 Eenyuun isiniif haa dhufu hirmaadhaa yaada kennadhaa
✍️ Daily Islamic reminders
75 million views
"Unveiling History: 4,500-Year-Old Tunic at Egyptian Museum"
Click here to claim your Sponsored Listing.