Masjidul Ansar Edmonton
Madrasaa Al-Ansar Joollee fii hawwan diina barsiisuun Edmonton kheeysatti tajaajila guddaa kennaa jira. Du’aa’iin nu cinaa dhaabbadha.
Eid Mubarak!
Baga Iida bara 1447 AH nuun gahe. Salaata iidaa nagayaan nu salaachise. Rabbiin warra baranaa ka bara hedduu isin haa godhu.
Dalagaa gaggaarii teeysan isinirraa haa qeebalu.
10/19/2025
TikTok · Sh Abdi 630 likes, 45 comments. Check out Sh Abdi’s video.
Anas bin Maalik irraahi Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam: “Beekkumsa barbaaduun Muslima hundarratti dirqama” ja’an.
Haa barannu!
Yaamicha muhaadaraa
August 30
Guyyaa sabtii
Sa'aa 4:00PM
Gosummaa jaahiliyyarraa fagaadhaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
11210 120 Street NW
Edmonton, AB
T5G0W5
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Masjidul Ansar Edmonton posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.