3B Multimedia

3B Multimedia

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from 3B Multimedia, Actor, Cairo.

29/04/2025

AMMEE
waraanni Raashiyaa buufata xiyyaaraa Burkina Faso to'achuun ibsame.

Raashiyaan loltoota addatti leenjifte dhibbaan lakkaawaman pirzdaantii Burkina Faso akka eeganiif gara Burkina Faso'tti erguu miidiyaan biyyaaleessaaa gabaase.

Kuniis Yaaliin ajjeechaa pird Ibrahim Traiore irratti deddeebiin mudachuu hordofeeti.

29/04/2025

=Qorannoon akka ibsutti, haadha manaa kee yookiin abbaa manaa kee fuulduratti Dhuufu Dhuufuun, jaalalli keeysa Akkaa cimaa Godhaa Jedhu, akkasumas yeroo dheeraaf Waliin Turuu danda’u Jedha,

Jechuun ofitti amanamummaa hangam akka qabdu agarsiisa πŸ˜‚

Maal yaadda? πŸ™ŠπŸ™‰

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Cairo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Telephone

Website

Address


Cairo