Bulcha Media
Tommorrow is more best
12/06/2026
Akkasumatti aangootti hin dhufne!!
Goota Bara dargaggummaa isaatii kaasee biyya isaaf jiraate, Abbichuun biyyi kun biyya taatee akka hardha geessuuf aarsaan inni kaffale kan jechaan ibsamuu danda'u miti. Aangoon har'aa kun bu'aa dadhabbii kaleessaati. Gootni biyya isaa jaalatu kaleessa humnaafi beekumsa isaan biyya kana tiksaa ture, har'ammoo mootii ta'ee biyya isaa tajaajilaa jira.
Kun warra dheebuu aangoo qabaniif, aangoon akkamiin akka argamu agarsiiftuudha jedheen yaada. ammayyuu kuma mo'i🇪🇹
07/06/2026
Breaking
=======
Galgala har'aa;Caamsaa 30:bara 2018 naannoo sa'aatii 2:45tti konkolaattota meeshaa waraanaa fe'anii magaalaa Shiraaroo dhaabbatanii turan irratti haleellaa diroonii taassifameen meeshaan waraanaa fi loojestikiin waraanaa biroo guutummaa guutuutti barbadaa'eera.Haleellaa Raayyaan Ittisaa keenya yeroo 2ffaaf raawwateen injifannoon olaanaa ta'e galmaa'eera.Meeshaa waraanaa shaabiyaa irraa gara wayyaanee fi Faannootti guuramaa jiru irratti haleellaan taassifamu cimee kan itti fufu ta'a.Halkan gaarii.Nagaan bulaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Addis Ababa