Gemechis Mohammed Page

Gemechis Mohammed Page

Share

https://t.me/ProfessionalCVMaker_et Students at MIZAN-TEPI UNIVERSITY TEACHING REFERRAL HOSPITAL

16/05/2026

Account keessan keessaa kamiin godhachuu yaaddan? Faayidaan vrfy hoo maali? 👇

Facebook moo Telegram keessan godhachuu barbaaddan? Instagram dabalatee plat form sooshaal miidiyaa feetan vrfy godhachuun daldalaa fi business akkasumas tajaajila feetan ittiin gaggeessuuf yoo yaaddan kunoo niti turtii daqiiqaa muraasaa keessatti account platform miidiyaa hunda jechuunis Facebook, Telegram, Instagram, TikTok, Twitter fkkf karaa salphaan verify isiniif gochuu dandeenya. Isin irraa kan eegamu karaa keessaan 'Hi' nuun jechuun nu dubbisuu qofa.

Faayidaa isaa keessaa muraasa.👇👇👇

Faayidaan Facebook account gochuun qabu maali?

Facebook irratti account ykn fuula (Page) verified taasisuun faayidaa hedduu qaba:

1. Amantaan fi dhugoomina argachuu – mallattoo “blue check mark” argachuun namoota biraa fi hordoftootaaf akka ati nama/hojii dhugaa fi amanamaa taate agarsiisa. Fakkeenyaaf, namoota maqaa wal-fakkaataa qaban keessaa si adda baasa.

2. Hordoftoota dabalataa argachuu – namoonni hedduun fuula verified irratti amantii qabaatu, hordofuufis fedhii qaban.

3. Sobduu fi fake account irraa of eegu – namoota maqaa keetiin account sobaa banuu danda’an irraa si tiksu. Namni barbaadu tokkoyyuu mallattoo “verified” ilaalee kan dhugaa si ta’e adda baafata.

4. Sadarkaa olaanaa argachuu (algorithms keessatti) – fuullee fi account verified ta’e yeroo hedduu search keessatti dursinee mul’ata, postiin isaas bal’inaan namoota bira ga’a.

5. Carraa daldalaa fi hojii guddisuu – yoo ati artist, influencer, hojjetaa dhaabbataa ykn dhuunfaa, verified ta’uun carraa hojii fi wal-qunnamtii daldalaa siif bal’isa.

6. Tajaajila deeggartoota irraa ariifachiisaa argachuu – account verified yeroo rakkoon uumamu, deeggarsa Facebook irraa saffisaan argata.
7. Maallaqa ittiin argachuuf yokaan monetize gochuuf

👉 Wanti hubatamuu qabu: Facebook irratti verified ta’uuf (dokumantii eenyummaa, ID card, passport ykn business document) qabaachuun dirqama miti.

Gemechis Mhamed

Photos from Gemechis Mohammed Page's post 23/04/2026

Dhaabbanni NGO Concern Worldwide jedhamuu Fi World Food Programme (WFP) gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri fedhii qabdan dorgoomuu dandeessu.
Deadline:Apr 30,2026
Galmeen online waan taheef liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇
https://harmeejobs.com/company/concern-worldwide/

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa
1000