MALOL MEDIA

MALOL MEDIA

Share

Sagalee Gurraa Gumii Bindilla,aa - ๐ฐ๐ž๐ฅ๐ฅ-๐œ๐จ๐ฆ๐ž ๐ญ๐จ ๐จ๐ฎ๐ซ ๐ฉ๐š๐ ๐ž.

Photos from MALOL MEDIA's post 07/12/2025

Fawundeeshiinii Alamaayyoo Gabramasqal Hundeeffamuuf Mariin Geggeeffame

Jireenna tajaajila Wangeelaa Faarfataa fi Barsiisaa Wangeelaa Alamaayyoo Gabramasqal, waggoota 40 oliif hojiin Waaqayyo keessatti tajaajilaa ture kabajuufi legacy isaa itti fufsiisuuf, mariin guddaan Finfinnee, Giddugala Guddinaa Tumsaatti, guyyaa 29 Sadaasa 2025 geggeeffame.

Sagantaa marii kana irratti hoggantoonni waldaalee Kiristaanaa, gaggeessitoota dhaabbilee mootummaa fi miti-mootummaa, akkasumas maatiin Alamaayyoo Gabramasqal hirmaachuun saganticha kabajuun jira.

Keessumaa sagantaa irratti Paastor Tsaadiquu Abdoo, Kaawunsilii Waldaalee Wangeelaa Itoophiyaa, Dubbii Waaqaa qoodanii jiru. Akkasumas . Kabaja Woddeessaa Yaachis, Bible Society, haasaa addaa taasisuun hojii Alamaayyoo fi barbaachisummaa hundeeffama fawundeeshiinii kanaa balโ€™inaan ibsanii jiru.

Akkasuma Barreeffama hundeefama Fawundashiinii( Foundational Document) . Tesfaayee Neeqootiin dhihaateen duuba irratti mariโ€™atamee jira.

Saganticha keessatti faarfannoon Alamaayyoo Gabramasqal hedduun faarfatamuun yaadannoo tajaajila isaa calaqqisiise.

Fawundeeshiiniin maqaa Alamaayyoo qabu kun hambaasa tajaajila isaa tiksee guddisuu, dargaggoota tajaajilaaf jiran deeggaruu fi qabeenya faarfannaa Wangeelaa galmeessuu irratti akka hojjetu karoorfamaa jira.

Xumura irratti koree qindeessituu dhimma kana irratti hojjattee qaama seerumma isa raawwachiftu filatamee jira.

Madda : media
Ogeessaa Kaameraa ,Gulaalaa fi qindeessaa , Studio Finfinnee

16/11/2025

Ganama kana Akkuma Hirribaa Kaateen Sagalee Gammachuu Tokko Dhaga'i ๐Ÿ™

15/11/2025

Luqqisii amma keessa keessan guute tokko na
Affeeraa!

Photos from MALOL MEDIA's post 11/11/2025

Hubataan ZUUMI Godhee Adoo ilaale Gujiin Bakkeewwaan seena Qabeeyyii Hedduu QABA!!
Mohammad

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa