Matakal dache oromoo
dhimaa matakal
12/06/2025
Allaattii ykn Daakkiyyeen kun afaan Ingiliziitiin jedhamti. Allaattiin kun Allaattii yeroo beelooftu waan afaan ishee seensisuu hin dandeenye illee liqimsuu yaaltudha. Kanaafis jedhamuun beekamti. Kuni ta'ee garuu bara hamtuu fi bara beelaa gaafa ilmaan ishee waan nyaachistu dhabdu ilkaan ofiisheen laphee ofii dhiigsitee ilmaan ishee dhiigaa ishee sooratanii akka lubbuun turan gooti. Madaa kanaanis duuti. Allaattiin albaadhettii jedhamtee beekamtu kun dhala ofiif kana mara garaa laafti. Haadhummaafi gara laafummaa gita hin qabne 🥰 Ilmi namaa gaaf_gaafii osoo bineensa irraa baratee gaarii ture.
29/05/2025
መተላለፍ
ኬንያዊት ፕሮፌሰር ናት። በአንድ ወቅት በአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ራስ መኮንን አዳራሽ ተገኝታ ልምዷን ለተማሪዎች ታጋራለች።
"ፕሮፌሰር ሃሊማ መሃመድ እባላለሁ። በሙያዬ አንትሮፖሎጂስት ነኝ። እኔ በምን ርእሰ ጉዳይ ላይ እንደተመራመርኩ ማወቅ ካስፈለጋችሁ ካምብሪጂ ዩኒቨርሲቲ ለህትመት ያበቃቸውን የህትመት ውጤቶች አንብቡ። ለእናንተ ነብስ እጅግ የሚያስፈልጋችሁን እውቀት ሳሳድድ እንዴት ከወጣትነቴ ጋር እንደተላለፍኩ የሚያሳየውን ምእራፍ ማወቁ ግን እጅግ ይጠቅማችኋል።"
ትንፋሿን ሰብስባ ቀጠለች።
"ወጣት የዩኒቨርሲቲ ተማሪ እያለሁ ፤ በዲሲፕሊን ተምሬ የመጀመሪያ ዲግሪዬን መያዝ እንዳለብኝ በዙሪያዬ የሚገኙ ሁሉ መከሩኝ። እኔም ምክራቸውን ተግባራዊ አድርጌ የመጀመሪያ ዲግሪዬን በአንትሮፖሎጂ ከናይሮቢ ዩኒቨርሲቲ ያዝኩ። በጊዜው በርካታ ወንዶች በአከባቢዬ ነበሩ። እኔ ግን መፈጠራቸውን ረስቼ እውቀቴን ማሳደድ ቀጠልኩ።"
"አሁንም መካሪዎቼ 'እዚህ ከደረሱ አልቀረ ለምን ኤም ኤ ዲግሪሽን አትሰሪም ?' አሉኝ። እድሉም ስለነበረኝ ኢንግላንድ ሄጄ በዚሁ ሞያ በካምብሪጅ ሜኤ ዲግሪዬን ሰራሁ። ድንቅ ተባለልኝ። የወንዶቹ ቁጥር አነስ ይበል እንጂ አሁንም በዙሪያዬ ያንዣብቡብኛል።"
"በጣም ጥሩ ነው በይ በነካ እጅሽ ፒኤችዲሽን ስሪ ተባልኩ። እኔም ተስማምቼ ደፋ ቀና ማለት ጀመርኩ። ውጤቴም ጥሩ ስለነበር ካምብሪጅ እድሉን ሰጠኝና ተማርኩ። ዶ/ር ሃሊማ መሀመድ ተባልኩ። ፒኤችዲዬን ጨርሼ ዙሪያዬን ሳይ አንድም ወንድ በአካባቢዬ አልነበረም።
ይህን ጊዜ አዳራሹ ውስጥ የተማሪዎች ሳቅ አስተጋባ።
ቀጠለች "በሌላ አባባል ልክ ገዳም ገብታ ቆብ እንደደፋች መነኩሲት መታየት ጀመርኩኝ። በጥናት እና ምርምሬ ገፍቼበት ፕሮፌሰር ሆንኩ። ምርምሮቼ በአለም አቀፍ ጆርናሎች ላይ ወጡ። በሙያዬ ታላቅ ከሚባሉ ምሁራን መካከል አንዷ ሆንኩ። እዚህ ታላቅነት ላይ ከደረስኩ በኋላ በዙሪያዬ ማንም አልነበረም። ፀጥ ባለው አለም ውስጥ እራሴን ከምርምሮቼ ጋር አገኘሁት።" ታዳሚው በተመስጦ ይከታተላታል።
ህመሟን ቻል አድርጋ "እናንተ ወጣት ልጃገረዶች በህይወታችሁ የሚከሰተውን ደስታ አጋጣሚው እስከፈቀደ ድረስ አጣጥሙት...
የረጋው ሲመጣ አያያዙንም ልናውቅበት ይገባል" ብላ መልእክቷን አስተላለፈትላቸው።
28/05/2025
Hawaasni Oromoo Biyya UK Jiraatu Dhiittaa Mirga Dhala namaa fi ukkaamsaa daangaa darbe Oromiyaa keessatti mootummaa PPn raawwatamu balaaleffatuun hiriira mormii geggeesse.
Caamsaa 27, 2025 guyyaa kaleessaa hawaasni Oromoo Biyya UK jiraatu walitti dhufuudhaan magaalaa London keessatti mootummaa PP Dr.Abiy Ahmediin hoogganamu balaaleffatuudhaan hiriira geggeessuu qindeessitootni hiriirichaa SBOf ibsaniiru.
Wayta ammaa kana dhiittaan mirga dhala namaa Oromiyaa fi guutuu biyyattii keessatti raawwatamaa jiru daangaa darbuu kan ibsan hiriirtotni, keessumaa haalli Oromiyaa keessaa yaaddessaa, dhimma cal’isanii ilaalanii bira darban akka hin taane sagalee isaaniin mirkaneessaniiru.
Mootummaan PP Dr.Abiy Ahmediin durfamu aangoo isaa jabeeffatuu fi iddoo hundatti lola geggeessu babal’isuuf, ilmaan hiyyeessaa waraanatti guuree ficcisiisuuf akkuma mootummaa abbaa irree Dargii dargaggoota Oromoo ari’ee qabuun mooraa leenjiitti guuree adda waraanaatti ergatuuf qopheessaa jiraachuu ibsuun, gocha abaaramaa mootummaa kana jabeessanii balaaleffataniiru.
Ummatni Oromoo mootummaa kana jalatti boqonnaa dhabee guyyuu akka baalaa gadi haamamaa jiraachuun kan ibsame yoo ta’u, duuti Oromoo fi Oromiyaa irraa akka dhaabatu gaafatan. Itti dabaluunis Oromoo qe’ee fi qabeenya isaa irraa sababa adda addaan buqqaasuun akka dhaabatu gaafataniiru.
Mootummaan Ingiliz mootummaa PP dhiittaa mirga dhala namaa olaanaa geggeessaa jiru irratti dhiibbaa barbaachisu akka godhus gaafataniiru.
14/05/2025
Harraagessi yoo dhukubbiin itti dhaga'ame gara hoomaa Mixii deema.
Harraagessi Crow jedhamu dhukkubbiin yoo itti dhagahame gara hoomaa mixiitti deemuun koola isaa baldhisa. Homaan muxii immoo diinni nutti dhufe jedhanii haleellaa irratti raawwatu.
Kanas kan godhuuf sababa gahaa qaba. Mixiin yoo ciniintu qaama isaa keessa Formik Asiidiin ni seena. Asiidii kun immoo karaa uumamaatiin dhukkuba wal'aana. Formik Asiidii kanaan harraageysi kun dhukkubbota qaama isaa keessaa jiran Baakteeriyaafi Fangasii akkasumas Rammoolee ittiin dhabamsiisa.
Yeroo tokko tokko dhiibbaan diinni kee sirraan gahu dawaa siif tahee baldhotti si baasa jechumaafi..
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Website
Address
AA
Addis Ababa
OK