Demo Midekso

Demo Midekso

Share

Undergraduate

08/12/2025

Nagaan waaqayyoo hundumaa keessaniif haa baay'atu maatii waaqayyoo bakka jirtaa hundumaatti
kinoo waaqayyoo nuu gargaaree faarfannaa haara mata-duree isaa "NUUF QOPHA'EE JIRAA "jedhuu Qabanee dhufaa jirraa Barattoonni madda Walabuu University WWWMYesuus naannoo humna Ibsaa Magaala Robee Baalee keessaattiargamuuti kan tajaajiluu.
Guyyaan eebbaa muddee gaafa guyyaa 3 -5 yoo ta'uu, jimaata 8:30 irraa jalqabee hangaa sanbaata guddaatti kan itti fufuudha sagaanta kuni kanaaf hirmaatu eebbaa sagaanta kana ta'aa.
Faarfanna keenyaa kara youtube EGERE MEDIAN gadi lakkiffama sanbaata sa'aatti 6:00 achirraa buufachuun dhageeffadha ittin eebbiffaama.
Fil 3:20. Nuyi garuu nama biyyaa waaqa irraatti.

Photos from Demo Midekso's post 23/08/2025

Har'aa Hiriyyaa koo akka Obboleessaatti jiruuf jieenya meeqaa waliin dabarsine guyyaa eebbaa isaati isaa biraatti argamne hiriyyoota waliin waliif gammadaa turee . Yaa waaqayyoo gooftaa koo baga Hiriyyaa yeroo gammachuu fi gadda walii wajjiin jiraatan nu goote . Kisa koo congratulations
Alammayyoo koo atis anis bagumaa yeroo akkasii waliin dabarsinee.
Camera man keenya: D&A

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Addis Ababa