Safi misbay
Civil engineers
Itiyoophiyaa tun tami ta duraan turte sani moo ta amma jiraataa jirruudha moo ta ganaa kessa jiraachuuf teenyuudha ?
• Itiyoophiyaa durii
Itiyoophiyaan yeroo faaqan amaara amaara yoo faaqxe Ortoodoksii akka taatuuf hojjatamaa kan itti tureedha
• Itiyoophiyaa amma
Itiyoophiyaa yoo faaqan amaara,oromo,gurage,somale,tigree,silxee,walaaytaa,kambaataa fi kanneen biroo akkasuma kan amantiin Muslimaa, ortoodoksii ,waaqeffataa, Protestant fi kan biroo hammatte Akka taatuuf lubbuun gootowwan hedduu itti wareegamuus garuu itiyoophiyaan nu qofa fakkaachuu qabdi kan jedhu ammas itti fufee jira
• Itiyoophiyaa gara fulduraa
tan akka fuullee(daawwitii)tan namni hundi keessatti if laale if arkuu dandahu
Tan saba hunda hammattu tan amantii hunda hammattu yoo kana tahuu baate itiyoophiyaan gara fulduratti baddee seenaa taati
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the university
Telephone
Website
Address
Addis Ababa