Gadaa istar Business Group

Gadaa istar Business Group

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gadaa istar Business Group, Business service, Mexico, Addis Ababa.

30/08/2023

Gadaa Istaar Biizinas giruuppi Sheer kaampaaniin dhaabbata mul’ata guddaa qabuudha. Kappitaala birrii biliyoona 23’n hojii misoomaa kana hojjechuuf kan karoorfateedha.
Dhaabbatni kun hawaasa dheebuu misoomaa qabu dheebuu baasuuf halkanii guyyaa hojjetaa jira.
Dhaabbatichi kaampaaniiwwan obboleeyyanii afur of jalatti qabatee jira. Isaanis G-Jilaa, G-Farm, G-Plus fi G- Empire dha. Isaan kunniin maal maal irratti akka hojjetan maxxansa keenya yeroo garaa garaa keessatti kaasneerra. Har’ammoo obboloota kaampaaniiwwan Gadaa Istaar Biizinas giruuppii keessaa tokko kan ta’e waa’ee G- Farm haa ilaallu.
G-Farm [ Qonnarratti kan hojjetuudha] Qonni guddina biyya tokkoof lafee dugdaati. Uummatnis ta’e biyyi qonna malee jiraattu addunyaa kanarra hin jirtu. Garuu teekinooloojiifi akkaataan oomisha isaanii garaa garummaa qabaachuu mala. G- Farm [Qonnaa] Qonnaan irratti hojjechuuf karoorfatamee hojiitti seename kun , kaampaaniiwwan obboleeyyanii 5 of jalatti qabata. Isaanis Oomisha aannanii, Horii furdisuu, Lukkuu horsiisuu, Oomisha midhaan minyeessituufi oomisha kuduraaleeti. Kaampaaniiwwan obboleeyyanii G- Farm [ Qonna jala jiran kunniin karaa jiraniin teekinooloojiiwwan ammayyaa fayyadamuun galma yaadaniif saffisu. G-Qonnaan kun gaafa guutummaa guutuutti hojiitti seenu hanga namoota kuma soddomaaf carraa hojii uuma jedhamee tilmaamama.
Mul’ata laga nama ceessisuufi abjuu gaarii kana qabannee waan jirruuf kottaa nu waliin hojjedhaa jenna. Amanuuf itti siquun dirqama. Gadaa Istaar Bizinasii Waliin Fuuldurri keenya Ifa.
Isin nu keessa, nuti isin keessa.
Hub Aksiyoona keenya dame baankotaarraa ni argattu.

25/08/2023

Gadaa IStar Business Group Share Company
Gada Istar Business Group Sher Company is a company established to make society profitable in compliance with the laws, regulations, and bylaws of the country. It does not forget its own rights and duties or those of its members. Our society should not make the mistake of not only buying shares because they are sold but also evaluating and examining the vision and objectives of the company. If it does not follow the laws and regulations of the country, it is best to avoid it. For your understanding, we have tried to outline below what the law says. Procedure for Establishment of a Share Company A share company is not established at all but is established after careful planning and extensive research. Therefore, we will try to analyse the major activities carried out in the process of establishing a share company, the legal conditions, and the roles and responsibilities of the founders under this sub-heading.
a) Determination of capital and shares: One of the major functions in the establishment of a joint stock company is to determine the basic issues of capital, par value, and how many shares this capital will be divided into. The capital must be predetermined and divided into shares under Section 304(1) of the Commercial Code of our country. upon which at least a quarter of the fixed capital is paid, which is sufficient to establish the association. The law also provides that the remaining payments must be paid within five years from the date of registration of the association. The pre-incorporation fee is paid in the name and account of the association to be established, but if the association is not registered within one year, the payers can withdraw it. Gadaa Star Business Group is a reliable company that we have established to meet the needs of the community. Therefore, we invite you to join us with the confidence that when you come to our company, as you are profitable and the organization is moving with a vision and purpose to change the country. Our shares are being sold. Our future is bright with Gada Star Business Group and Sher Company. You are in us, and we are in you.
For more information, call +251928002828, +251930313333

25/08/2023

Gadaa Istaar Biizinas giruuppi Sheer Kaampaanii
Dhaabbanni Gadaa istaar Bizinas giruuppi Sheer kaampaanii jedhamu kun dhaabbata labsii, dambii fi ittiin bulmaata biyyattii kabajuun hawaasa bu'aa qabeessa gochuuf hundeeffameedha. Mirgaa fi dirqama ofiifi kan miseensota isaa kan hin daganneedha. Hawaasni keenya dogoggoruu kan hin qabne aksiyoonumti waan gurguramuuf bitu qofa osoon taane, mul'ataa fi kaayyoo dhaabbatichaa madaaluufi sakatta'uun waan murteessaadha. Yoo seerotaa fi dambiiwwan biyyattiin baaste kan hin hordofne ta'e irraa of qusachuun gaariidha. Hubannoo keessaniif akka ta'utti seerri biyyichaa maal akka jedhu asiin gaditti kaasuuf yaalleerra.
Adeemsa Hundeeffama Waldaa Aksiiyoonaa
Waldaa aksiyoonaa tasuma kan hundeeffamu osoo hintaane of -eegannoo cimaan karoorfamee qorannoon bal’aa erga gaggeeffamee booda kan bu’uureefamu dha. Kanaafuu, hojiiwwan gurguddoo adeemsa hundeeffama waldaa aksiiyoonaa keessatti raawwataman haal dureewwan seeraa fi shoorrii fi ittgaafatamummaan hundeessitoota maal maal akka ta’e mat-duree xiqqaa kana jalatti xiinxaluuf yaalla.
a) Kappitaalaa fi aksiiyoona murteessuu: Hojiiwwan gurguddaa hundeeffama waldaa aksiiyoonaa keessatti raawwataman keessaa isaan bu’uuraa dhimmoota kappitaalaa, gatiin aksiiyoonaa tokkoo (par value) fi kappitaalli kun aksiiyoonaa meeqatti akka qoodamu murteessuudha.Kun erga raawwate booda aksiiyoonotni miseensota jidduuti qoodama.Waldaa aksiiyoonaa keessatti kappitaalli dursee murtaa’ee aksiiyoonatti qoqoodamuu akka qabu bu’uura seera daldalaa biyya keenyaa kewt-304(1) irratti tumamee jira.Karaa biraatiin waldaan kun osoo hin hundeeffaminiin dura kappitaala murtaa’e guutumaan guutuuti sassaabachuuf miseensota waadaa galfachuu qabu. kana irratti yoo xiqqaate ruubiin(dhibbeentaan digdamii shan) kappitaala murtaa’e kaffalamuun walda’icha hundeessuuf gahaadha. Akkasumas kaffaltii hafe guyyaa walda’ichi galmaa’e irraa kaasee hanga waggaa shaniitt kaffalamuu akka qabu seeri ni tuma. Qarshiin ruubiin hundeeffama dura kaffalamuu qabu kun maqaa fi akkaawuntii cufaa waldaa hundeeffammuuf deemuutti kaffalama garuu yoo waggaa tokko keessatti walda’ichigalmaa’uu baate, namootni kaffalan baafachuu ni danda’u.
Gadaa Istaar bizinas giruuppiin dhaabbata amanamaafi fedhii hawaasichaa guutuuf hundeeffaneedha. Kanaafuu gaafa gara dhaabbata keenyaa dhuftan nan buufadha amantaa jedhu qabattanii akka nutti makamtan isin afeerra. Mul'ataa fi kaayyoo biyya jijjiiruun socho'aa jira.
Aksiyoonni keenya gurguramaa jira.
Gadaa istaar bizinas giruuppii Sheer kaampaanii waliin fuuldurri keenya ifa.
Isin nu keessa, nuti isin keessa.
Odeeffannoo dabalataaf +251928002828, +251930313333

16/08/2023

Gadaa Istar bizinas giruuppi sheer kaampaanii
Dinagdeen jireenya nama dhuunfaatii kaasee hanga jiraachuu biyya tokkootti qooda guddaa qaba. Dorgommiin hawaasni addunyaa kanarraatti argaman taasisan kamiyyuu dinagdeen aangomuufi. Dhaabbatni Gadaa Istar bizinas giruuppi sheer kaampaanii kun , dhaabbata dinagdeen hawaasa keenya cimsuuf jalqabeedha. Kunis kan jalqabe dargaggeessa hojjetee hin dadhabnee fi hojjetanii jijjiiramuun akka dandaa’amutti amanu Biniyaam Haayiluutiin. Dhaabbatichi dameewwan misoomaa arfan kan maxxansa keenya yeroo darbee keessatti kaasne sana mara hojjechataa jira.
Dhaabbatni kun dhaabbata uummataa, uummaataaf , uummataan hundaa’e waan ta’eef itti siquun waliin hojjechuuf of qopheessuun abshaalummaadha.
Asksiyoonni keenya gurguramaa jira. Gatiin qooda tokkoo qarshii kuma kudhan. Namni tokko qooda kudhanii ol bitachuuf mirga qaba. Damee baankotaa gaafadhaati bitachuun maatii nuuf ta’aa.
Gadaa Istaar Bizinas giruuppii sheer kaampaanii waliin Fuuldurri keeny a ifaadha.
Isin nu keessa, nuti isin keessa.

Want your business to be the top-listed Business in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Mexico
Addis Ababa