Muslim world
π¨ππππππππ π¨πππππππ πΎππππππππππππππ πΎπππππππππππππ https://youtube.com/channel/UC4kLDoId33h_WvTGK8xiI_g
Ramadaana Kurnan boodaa carraa ajaa'ibaatu jira. Carraa oomishni isii Rabbitti nama dhiheessitu. Carraa warri dhugaan Rabbitti amaneefi tattaaffatu itti daldalu. Carraa Kheyrii waggaatti yeroo tana malee hin arkamne. Namni carraa tanatti namni fayyadamaa ture guddichi Nabi Muhammadi. Ergamaan Rabbii Muhammadο·Ί yeroo tana marxifatee halkan Ibaadaan dabrsee warra isaatis Kheyritti kakaasaa ture. Isatti hidhachuu qabna. Carraa tanarraa milkiin malee kasaaraan hin bahinaa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Ethiopian
Addis Ababa